tgoop.com/jechootahayyoota/855
Create:
Last Update:
Last Update:
Yaada tokko fudhadhu. Yaada tokko sana jireenya kee godhi - itti yaadi, abjoodhu, yaada sanaan jiraadhu. Sammuun, maashaaleen, narviin, kutaan qaama keetii hundi yaada sanaan haa guutamu, yaada biraa hunda dhiisi. Karaan milkaa'ina kana.
- Swami Vivekanand
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
BY JECHOOTA HAYYOOTA
Share with your friend now:
tgoop.com/jechootahayyoota/855