KEYRALUMMA Telegram 690
๐Ÿ…‚๐Ÿ„ด๐Ÿ„ด๐Ÿ„ฝ๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ฐ ๐Ÿ„ด๐Ÿ…๐Ÿ„ถ๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ผ๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ฐ ๐Ÿ…๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ฑ๐Ÿ„ฑ๐Ÿ„ธ๐Ÿ„ธ (๐Ÿ…‚.๐Ÿ…‚.๐Ÿ…†)

DHALOOTA IRRA HAMMA HIJRAA (GODAANSA) YASRIB (MADIINAA

๐Ÿ‘‰๐‘จ๐’Œ๐’Œ๐’‚๐’‚๐’•๐’‚๐’‚ ๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’‡๐’‡๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ซ๐’†๐’†๐’ƒ๐’Š๐’Š๐’•๐’Š๐’Š๐’

๐Ÿ‡ฐโ€‹๐Ÿ‡บโ€‹๐Ÿ‡นโ€‹๐Ÿ‡ฆโ€‹ ๐Ÿ‡ฆโ€‹1๏ธโƒฃ๐Ÿ‡ซโ€‹๐Ÿ‡ซโ€‹๐Ÿ‡ฆโ€‹๐Ÿ‡ฆโ€‹

G1- akaakoon Ergamaa Rabbii (S.A.W) eenyu?
D> Abdul Muxxalib
G2- Abdul Muxxalib ilmaan meeqa qaba?
D> ilmaan kudhan qaba,isaan kessaa tokko abba Rasuulaati
G3- Ergamaa Rabbii (S.A.W) yoom dhalate?
D> guyyaa isniinaa baatii Rabii'ul awwal (571 akka lakkoofsa dhaloota Nabi Iisaa (A.S)
G4- Ergamaa Rabbii (S.A.W) essatti dhalate?
D> Makka kessatti dhalate
G5- Maqaan Ergamaa Rabbii (S.A.W) eenyu?
D> Muhammad binu Abdullah binu Abdul Muxxalib binu Haashim binu Abdi Manaaf,gosti isaa Nabi Ismaa'iilitti galti
(A.S)
G6- eenyuutu maqaa baaseef?
D> akaakoo isaa Abdul Muxxalibi,akka Rabbii fii ilma namaa birattiis faarfamaa tahuuf maqaa kana baaseef,nabiyyiin keenya haadhaa abbaa isaatiif ilma tokko obboleyyaan hin qabu,obboleyyan harma wajji hoodhan malee,
G7- haadha isaa booda namni dura hoosise eenyu?
D> gabritti Abii Lahab Suweeybaadha,isa dura Hamzaa bin Abdul Muxxalib adeera isaa hoosiste,eegasii Nabiyyii keenya ifii Abaa salamah bin Abdil Uzzah Al-Makhzuumii wajjiin hoosiste.
G8- haaati Ergamaa Rabbii (S.A.W) eenyu?
D> Amina bintu Waha
G9- aadaan Arabaa akkam ture?
D> hoggaa ilmaan dhalateef baadiyatti ergan.
G10- maalif baadiyatti ergan?
D> akka qaamni isaanii jabaatee fayyaa tahuuf,akka afaan qulqulluu baraniif ifii akka coollee tahaniif
G11- eenyuutu baadiyatti hoosise?
D> Haliimatu Sa'adiyyah
G12- obboleyya Rasuula keenya(S.A.W) wajji hoodha eenyu?
D>Abdullah bin Haaris bin Abdil Uzza
Aniisah bitu Haaris bin Abdil Uzza
Huzaafah (Sheeymaa'a) bintu Haaris bin Abdil Uzza
Abuu Sufyaan bin Haaris Binu Abdul Muxxali ilma adeera
Rasuulaa (S.A.W),kanneen Haliimaatu hoosise
Hamzaa bin Abdul Muxxalib ifii Abaa salamah bin Abdil Uzzah Al-Makhzuumii wajji ammoo Suwwebaatu hoosise
G13- maqaan jaarsa Haliimaa eenyu?
D> Haaris bin Abdil Uzza
G14- Haliimaan eega Rasuula(S.A.W) fudhattee maaltu isii
qunname?
D> barakhaa Rasuulaa (S.A.W) isii fii maatii,horii isii
kessatti argame.
๐‘ฐ๐’•๐’•๐’Š ๐’‡๐’–๐’‡๐’‚โ€ฆโ€ฆ
๐‘ฎ15-
#๐‘บ๐’‰๐’†๐’†๐’“ #๐’‡๐’๐’“๐’˜๐’‚๐’“๐’… ๐’ˆ๐’๐’…๐’‰๐’‚๐’‚
@Keyralumma @Keyralumma

tgoop.com/keyralumma/690
Create:
Last Update:

BY ๐Ÿ”ŠKEYRAL-UMMA-TUBE

Share with your friend now:
tgoop.com/keyralumma/690

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

As of Thursday, the SUCK Channel had 34,146 subscribers, with only one message dated August 28, 2020. It was an announcement stating that police had removed all posts on the channel because its content โ€œcontravenes the laws of Hong Kong.โ€ The administrator of a telegram group, "Suck Channel," was sentenced to six years and six months in prison for seven counts of incitement yesterday. โ€˜Banโ€™ on Telegram Matt Hussey, editorial director of NEAR Protocol (and former editor-in-chief of Decrypt) responded to the news of the Telegram group with โ€œ#meIRL.โ€ Telegram message that reads: "Bear Market Screaming Therapy Group. You are only allowed to send screaming voice notes. Everything else = BAN. Text pics, videos, stickers, gif = BAN. Anything other than screaming = BAN. You think you are smart = BAN.
from us

Telegram ๐Ÿ”ŠKEYRAL-UMMA-TUBE
FROM American