LIFEJOUR Telegram 1282
Qajeelfama Jireenyaa Sirrii.

- Guddachuuf jettee nama hin xiqqeessiin akkasumaanuu guddachuu dandeessa.

- Ati buufachuuf nama biraa hin kasaarsiin, akkasumaanuu bu'aa argachuu dandeessa.

- Sooromuuf jettee nama hin hiyyoomsiin akkasumaanuu sooromuu dandeesa.

- Beekamuuf jettee namni biroo akka dhokatu, (wallaalamu hin godhiin) isa beeksisuunuu beekamuu dandeessa.

- Ol ba'uuf jettee kaan gad hin buusiin, isa kaan ol baasuunuu ol ba'uun waan dandeessuuf.

- Ofii quufuuf jettee kaan hin beelessiin, nama beela baasuunuu ofii quufuu dandeessa.

- Of bareeduuf jettee kan hin fookkisiisiin, isa kaan bareechuunuu ofii bareeduu dandeessa.

- Ofii kabajamuuf jettee nama hin salphisiin, nama kabajuunuu kabajamuu dandeessa waan ta'eef.

- Jaallatamuuf jettee nama hin jibbiin, nama jaallachuunuu jaallatamuu dandeessa waan ta'eef.

- Ofii nagaatti jiraachuuf isa kaan hin gidirsiin, nagaatti nama jiraachisuunuu nagaan jiraachuu dandeessa waan ta'eef.

Nagaan oolaa

tgoop.com/lifejour/1282
Create:
Last Update:

BY Life Journey (LJ)

Share with your friend now:
tgoop.com/lifejour/1282

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

How to Create a Private or Public Channel on Telegram? Find your optimal posting schedule and stick to it. The peak posting times include 8 am, 6 pm, and 8 pm on social media. Try to publish serious stuff in the morning and leave less demanding content later in the day. Done! Now you’re the proud owner of a Telegram channel. The next step is to set up and customize your channel. Private channels are only accessible to subscribers and don’t appear in public searches. To join a private channel, you need to receive a link from the owner (administrator). A private channel is an excellent solution for companies and teams. You can also use this type of channel to write down personal notes, reflections, etc. By the way, you can make your private channel public at any moment. To upload a logo, click the Menu icon and select “Manage Channel.” In a new window, hit the Camera icon.
from us

Telegram Life Journey (LJ)
FROM American