MAMMAKSA Telegram 358
#Dhugaa_dhiigaa!

Wolaloo Ajaa'ibaa Kan Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
👇
https://m.youtube.com/watch?v=JNH-9wlBw18&feature=youtu.be



tgoop.com/mammaksa/358
Create:
Last Update:

#Dhugaa_dhiigaa!

Wolaloo Ajaa'ibaa Kan Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
👇
https://m.youtube.com/watch?v=JNH-9wlBw18&feature=youtu.be

BY Mammaksa oromo


Share with your friend now:
tgoop.com/mammaksa/358

View MORE
Open in Telegram


Telegram News

Date: |

With the administration mulling over limiting access to doxxing groups, a prominent Telegram doxxing group apparently went on a "revenge spree." Telegram users themselves will be able to flag and report potentially false content. Those being doxxed include outgoing Chief Executive Carrie Lam Cheng Yuet-ngor, Chung and police assistant commissioner Joe Chan Tung, who heads police's cyber security and technology crime bureau. With the sharp downturn in the crypto market, yelling has become a coping mechanism for many crypto traders. This screaming therapy became popular after the surge of Goblintown Ethereum NFTs at the end of May or early June. Here, holders made incoherent groaning sounds in late-night Twitter spaces. They also role-played as urine-loving Goblin creatures. Telegram iOS app: In the “Chats” tab, click the new message icon in the right upper corner. Select “New Channel.”
from us


Telegram Mammaksa oromo
FROM American