Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 37

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/marroodiinayaas/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/tgoop/post.php on line 50
OROMIA TIMES™°°°!!@marroodiinayaas P.8545
MARROODIINAYAAS Telegram 8545
Tajjabbii

Ummanni salaalee dhibban fi rorroon isarra gahe daraan dabaallaan jala dhabbachuu dhadhabnaan bara hamaa sana, qe’ee isaa gatee, lafaa haandhura isaa itti awwalatee dhisee, goosa fi qilleensa isaa irraa gargar bahee, loon isaa haleellate guutuu biyyaa kessattii goodanee. Eddowwaan itti godaanaa kessaa bay’inaan kan argamaan baleettii, arsittii,hararitti fi nannoolee biroottii godaananii jiruu egaalan. kunii kan ta’ee yeroo sanattii oromiyaan Nagaha waan qabduufidha. Tokko yoo goodanee tokko kan simatuu,tokko yoo dhukkubsatee tokko kan wal’ anuu. Tokko yoo waal loolee tokko kan araarsu.

Har’as dhibbaan Salaale irraa gaha jiru hin dhabbanne. Waggootaf rorroo hedduu kessa turan. Jabinaa ummata kana osoo hin dinqisifatiin darbuun hin danda’amu. ummata kana halkaaniif guyyaan tokko. Hiriba rafaanii hin beekan Ergaa halkaanif guyyaan walitti firoomanii bubuleeraa. Namni kana argeef ni jiraa laata moo beekatuma?. ummanni kun yeroo kanatti eddoo itti godanuu hin qabuu. Iyyatees namaa jalaa dhagahuu dhabee. Waan godhuu dhabnaan qotiyyoo camadee qootuu dadhabnaan, da’imaa isaatti waanjoo camadee, qotiyyoo isaa camaadee, fardaa isaa lugee, dhiraatti qamisii uffisee bakketti bahee waaqa isattii bohuu egalee. Akka Aadaa oromootti sirni kuni kan gaggeeffamu bara maaliti? Deebiin isaa maal akka ta’ee nii beekna. Ummanni kuni Gaafa sirnaa kana gaggeffatu illeen sagalee bohicha isaa kana dhagessisuf namni abbaa kanaa jedheen hin jiru.

gaffilee
1, Biyya tokko kessattii gaheen midiyaa maalidha?
2, Gaheen artistii tokkoo maalidha?
3, Gaheen abbaa gadaa maalidha?
4, Gaheen activist maalidha?…….

1.Biyyoota guddataniis yaa ta’anii guddina irraa jiraan kessattii midiyaan gahee olaana qaba, ummannii wantaa barbadee dubbatte dhagettii argachuu danda’aa. Maal akka barbadaniifi maal ta’uu akka barbadaan karaa midiyalee kanatti fayyadamanii yaada isaani ibsaatu. midiyaleen bayyeen isaanii yeroo bayyee waal dorgomuu. Dorgommii eddottii argamanii ishee dhugaa tatee raagadhaan qopheessuu. Midiyaan tokko oduu dhugaa irra adda taate takka qophessu hin danda’uu. sababnii isaas midiyaan biraa oduu sana addaa basee saxila baasa waan ta’eef. Dhabbileen kunneen ummata birattii fudhataama argachuuf wantii isaan hin gonee hin jiru. Wanta mana aja’ibuu sagaleen hin baramnee ykn balaan tokko yoo qaqqabuu gadii katanii yokii Gadi bahanii essaafii maltuu akka umaame baruuf hin dhama’aan TV Isanii banuu qoofatuu isaan irraa egama. Manuma isanii ta’anii TV STATION isaa kamtuu dursee dhihessaa Jedhanii jijijjiranii ilaalu qofadha. Hamma kana ummannii midiyadhan walittii dhihaatu, itti abdatu.

Midiyaaleen kenyaa har’aa essaa jiru?
Gahee isanii bahachaa jiruu?
Kan ummanni jedhutuu midiyaan darbuu qabaa moo kan midiyaan jechuu barbadutuu ummataaf darbu qaba?
Moo Sirbaa fi sitcomii qofatuu ummata kanaaf mala?

2.Gaheen artistii biyya tokko kessattii gaddaa gammachuu fi jaalala ummataa tokkoo yaada ergaa gutuu qabuu haala garararan qophessun ergaa barbadame dabarsu. yoo Kara muuziqaa tiin dabarsuun barbadame meshaale dhageetti gurraaf hawwatoo ta’aan fayyadamuun erga dabarsu. Akka HAACAALUU sanattii jechuudha. namni kunii osoo har’aa lubbuun jira ta’e maal gochuu akka danda’u ummanni kunis ni beeka. Isa Hacuumaf dhifna.Atistonnii keenya hojii garii kan hojjechaa jiraan ni jiruu. Fakkenyaaf nannoole oromiyaa kessattii yammuu rakkoon gara gara ummaman kan ummata biraa dhabbacha jiraan ni jiru. Yeroo hongeen bu’ee booranattii, yeroo ummannii walloo biyya isaa irraa buqa’etti, yeroo ummanni wallaggaa rakkoon beelafi fayyaa isaa dhibettii akkasumaa nannoleen biroo, rakkinaa kessaa galaanitti Hamma ta’ee ummataa kanaa cinaa dhabbachuun sagaleefi jajjabinaa ta’aniifi turan. Kan nama gaddisisuu garuu Artistii ummaata salaalee biraa dhabbatee rakkinnikee rakkinaa kootii jedheen hin arginee moo hin dhagenyee ta’innaa? Yeroo bayyee wayeen salaalee yoo dubbatamee gandummaan waan farfamee fakkataan se’aa. Salaaleen ganda osoo hin taane, biyya!!!!!,

tgoop.com/marroodiinayaas/8545
Create:
Last Update:

BY OROMIA TIMES™°°°!!

Share with your friend now:
tgoop.com/marroodiinayaas/8545

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

During a meeting with the president of the Supreme Electoral Court (TSE) on June 6, Telegram's Vice President Ilya Perekopsky announced the initiatives. According to the executive, Brazil is the first country in the world where Telegram is introducing the features, which could be expanded to other countries facing threats to democracy through the dissemination of false content. Hui said the messages, which included urging the disruption of airport operations, were attempts to incite followers to make use of poisonous, corrosive or flammable substances to vandalize police vehicles, and also called on others to make weapons to harm police. According to media reports, the privacy watchdog was considering “blacklisting” some online platforms that have repeatedly posted doxxing information, with sources saying most messages were shared on Telegram. How to Create a Private or Public Channel on Telegram? Activate up to 20 bots
from us

Telegram OROMIA TIMES™°°°!!
FROM American