tgoop.com/nidarba/236
Last Update:
D๐ฎ๐๐๐ข๐ข๐ฅ๐๐ ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐จ
๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐
โ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ฎโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ "Yeroo namoota baay'ee arginu keessa jirra, garuu namummaa gahaa miti."
โ "Yeroo namni sooressi daa'imman caalaa kutaa manaa baay'ee qabuu fi hiyyeessi immoo kutaa manaa caalaa daa'imman baay'ee qabu keessa jirra."
โ "Yeroo bilbilli (smart phones) carraa addunyaa waliin wal argisiisuu uumanii, garuu warra cina kee (sitti dhiyoo) jiran irraa si fageessan keessa jirra.
โ "Yeroo haati tokkittiin daa'imman 10f kunuunsa gootu, garuu daa'imman 10 haadha tokkittii isaaniif kunuunsa hin goone keessa jirra."
โ "Yeroo sooressi nyaata bulleessuuf maayila tokko deemuu fi hiyyeessi immoo nyaata barbaachaaf maayila tokko deemu keessa jirra."
"Yeroo maqaa namootaa baay'ee bilbila irraa qabnuu fi walitti dhufeenyi garuu dhiphaa ta'e keessa jirra."
โ "Yeroo anummaan baay'atee, gammachuun dhabame keessa jirra."
โ "Yeroo itti akkaataa jireenya gaarii jiraachuu beeknee, garuu akkamitti jireenya gaarii jiraachuun dagatame keessa jirra."
โ "Yeroo itti baay'een gatii wanta hundumaa beekanii, garuu bu'aa isaa wallaalan keessa jirra."
โ "Yeroo namoonni aangoo argatanii, garuu wal hoogganuu dadhaban keessa jirra."
#D๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข_๐๐ฎ๐ง... | ๐๐ก๐ข๐ฌ ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง๐
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ฒ๐๐บ๐๐๐๐๐๐๐พ๐ ๐ก๐บ๐บ๐๐พ๐พ, ๐ฒ๐๐บ๐๐ ๐ณ๐บโ๐๐ ๐ฃ๐บ๐ฝ๐๐บ๐ป๐พ!
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ฃ๐โ๐บ ๐ข๐บ๐บ๐
๐บ๐บ ๐ฅ๐๐๐ฝ๐๐บ๐บ ๐ฅ๐ ๐ง๐พ๐พ๐๐๐๐บ ๐ฒ๐๐ฝ๐บ๐บ๐๐!
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ฉ๐๐๐พ๐พ๐๐๐ ๐จ๐๐บ๐บ ๐ฐ๐๐
๐
๐พ๐พ๐๐๐บ ๐ฆ๐๐ป๐ป๐บ๐บ๐๐!
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ง๐บ๐๐๐บ ๐ฅ๐๐๐๐บ๐บ๐๐๐ ๐ก๐บ๐๐บ๐๐พ๐พ, ๐ก๐บ๐๐๐๐๐๐๐บ ๐ฎ๐ฟ๐๐๐๐๐๐ ๐ถ๐บ๐
๐
๐บ๐บ๐
๐๐๐๐บ๐๐๐ ๐ก๐บ๐ฝ๐พ!
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ฐ๐บ๐บ๐๐๐ ๐จ๐๐บ๐บ ๐ง๐๐๐ฝi ๐ง๐บ๐๐๐บ ๐ญ๐บ๐๐บ ๐ก๐๐๐บ๐บ๐๐๐ ๐ช๐๐ฟ๐พ. (๐ฉ๐บ๐บ๐
๐บ๐
๐บ๐บ๐, ๐ ๐๐บ๐บ๐ฝ๐บ๐บ๐, Oduu Sobaatiin!)
โ. ๐ฃ๐๐บ๐
๐๐๐๐บ ๐ฎ๐ฟ ๐ข๐บ๐บ๐
๐บ๐บ ๐ฌ๐พ๐พ๐๐บ๐บ๐๐๐๐ ๐ฎ๐ฟ๐๐ ๐ ๐๐บ๐๐!
#Mee_Taajjabbi_keessanis_itti_dabalaa
@nidarba
BY Kunis Ni Darba
Share with your friend now:
tgoop.com/nidarba/236