tgoop.com/nidarba/242
Create:
Last Update:
Last Update:
Amaloota Namoota Gammachuu qabanii.
1) Rabbii/Waaqa isaanii waliin hariiroo cimaa qabu.
2) Baayyee hin dubbatan.
3) Waan haaraa baruu jaallatu kanaafu ni tattaafatu.
4) Mul'ata guddaa qabu, kaayyoon hoogganamu.
5) Laphee isaanii irraa kolfuu jaallatu.
6) Hiriyyaa gaarii qabu.
7) Waan qaban sirriitti beeku kan hin qabnes beeku, kan qabanitti gammadu.
8) Namaaf gochuu jaallatu.
9) Tasa waan hin goonetti waadaa hin galan.
10). Waan yaaduu qaban adda baasanii beeku.
@Nidarba
BY Kunis Ni Darba
Share with your friend now:
tgoop.com/nidarba/242