https://www.tgoop.com/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1130202262 ๐ +2.5k Shares as a first-time gift
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค โ)
"Jireenya kee keessatti nyaata akka qorichaatti sirnaan fayyadami; yoo akkas gochuu diddee umuriikee guutuu qoricha akka nyaataatti fayyadamaa jiraatta." #SteveJobs
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค โ)
#DUBBIIWWAN_ABRAHAAM_LIINKAAN_GURGUDDOO !
~
1) Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
2) Hiriyyaan koo nama hundumaarra naaf caalu, Nama kitaaba ani hin dubbisne naaf kennedha.
3) Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
4) Waan feete ta'i; garuu itti cimi.
5) Akaakayyuunkoo eenyu akka ta'e hin beeku; ilmi ilma isaa eenyu ta'uuf, ta'uuf akka jirutu na dhiba.
6) Michuun kee nama diina ati qabdu qabuudha.
7) Waan har'a hojjechuu qabdu kamuu boriif hin kaa'iin.
8) Nagaa yoo feete beekamtummaa irraa of fageessi.

๐ค โโSuuta jettee du'uu jalqabda
yoo hin imalle, .
yoo hin dubbisne, .
Sagalee jireenyaa yoo hin dhaggeeffanne .
Yoo of hin dinqisiifanne.
๐ค โโSuuta jettee du'uu jalqabda
Yeroo ofitti amanamummaa kee ajjeeste;
Yeroo namoonni kaan akka si gargaaran hin hayyamne.
๐คSuuta jettee du'uu jalqabda
Yoo garba amala keetii taatee Guyyaa guyyaan daandii tokko irra deemte...
Yoo hojii idilee kee hin jijjiirre taโe, .
Yoo halluu adda addaa hin uffanne Ykn warra hin beekne waliin hin dubbanne.
Suuta jettee du'uu jalqabda
Yoo fedhii Fi miira kee isa jeeqamaa ta'ee sitti dhaga'amuu irraa fagaatte;Kanneen ija kee akka calaqqisu Fi onneen kee saffisaan akka dha'atu godhan irraa fagaatte .
๐ค โโSuuta jettee du'uu jalqabda
Hojii keetti, ykn jaalala keetiin yeroo hin quufne jireenya kee yoo hin jijjiirre, .
Yoo waan hin mirkanoofneef nageenya qabdu risk fudhachuu baatte, .
Abjuu duukaa yoo hin deemne, ...
โโโโโโโโโโโ
๐๏ธ@Oromotoo
@Oromotoo

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค)
Baga Bara Haaraan isin gaโe.
Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa taโu!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa taโu!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
BARRI 2๐ป17 KUN:
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป Kan Gammachuu!
๐ป Kan Milkaa'inaa!
๐ป Kan Badhaadhinaa!
๐ป Kan Jaalalaa!
๐ป Kan Tokkummaa!
๐ป Kan Guddinaa!
๐ป Kan Haaromsaa!!
๐บ Isiniif!
๐บ Maatii keessaniif!
๐บ Ollaa keessaniif!
๐บ Hiriyyoota Keessaniif!
๐บ Biyya KEENYAAF!
๐Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!
๐Bara itti bakka yaaddan geessan.
๐Bara itti hojjettanii milkooftan!
๐ Bara itti firii keessanitti gammaddan!
๐บ ISINIIF HAA TA'U! ๐ป
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค ย ๐โโฌ)
โ๏ธ Wantoonni kan galma gahan... hanga abjuu keetiitiin osoo hin taane.. hanga ati galma sanitti gahuudhaaf irratti hojjatteen..
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
๐
https://www.tgoop.com/Jechootahayyoota
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
๐
https://www.tgoop.com/Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค ย ๐โโฌ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#AKKAM_WAYYA?
****
โGaliiliyoo Galiilee saayintistii beekamaa ture. Akkasumas Ammoo miseensa waldaa Kaatoolikiidha. Teleskooppiin ilaalee lafti akka aduutti naannoftu ibse. "Aduun lafatti hin naannoftu; lafatu aduutti naanna'a!" jedhee barsiise. Waan kun garuu aanga'oota amantaa Kaatoolikii akka malee aarse. "Kun uumama Waaqayyootti qoosuudha!" jedhan. Barumsa dogoggoraa kan Kitaaba Qulqulluu faallessu ta'uu isaa yaadan. Barsiisa isaa kana akka dhaabu deddeebi'anii
akeekkachiisan. Inni garuu ittuma fufee barsiise.
โ Dhuma irratti adabuuf murteessan. Koreen adaba itti murteesse. Namicha fudhatanii gaara guddaatti ol ba'an. Roggeen gaarichaa cabbii uffatee jira. Baay'ee qorra. Uffata isaa irraa baasanii cabbicha irra ciibsan. Qullaa isaa. Isa booda hamma dhiigni
isaa cobutti reeban. Reebicha guddaa qorra guddaa keessatti.
Baay'ee gidirfame. Dhuma irratti sagalee isaa dadhabee hollatuun akkana jedhe: "Yee jarana! Yookaan saayinsiin isiniif hin galu, yookaan immoo
Kitaabni Qulqulluun isiniif hin galu. Lachuu keessaa hin qabdan. Akkan itti isiniif ibsun dhabe. Egaa akkam wayya?"
*
# Akkam_wayya ?
Waanan jechuuf jedhe jedheera. Dalga immoo akka na jalaa hin hiikne.
#A_Adha. #AU,irraa
Ergaa kanaa yoo jaallattee hiriyyoota keef share godhi.
Join ๐๐๐

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Isa gadi ciibse morma kichu muru caala isa cal jedhee itti ilalaalutu laalaa harmee kichuutti uuma.๐ญ
Inni har'a morma kichuu mure kun kaleessas harmaaf harka hadholi keenyaa muraa ture bakka muru jijjiirate malee inni hojii isaa ittuma jira.nuti mormaa gadiin ofirratti duuna amma mormas nu muruu guyyaa guyyaan amleeffatan.yaa warra ummata bakka buutan jaratti tanatti adaba hawaasarraa godhaa.
Imimmaan harmee kanaa isaan haa balleessu ibbo๐ฅฒ.
ยฎ๏ธ โ๏ธ
@Jechootahayyoota
Inni har'a morma kichuu mure kun kaleessas harmaaf harka hadholi keenyaa muraa ture bakka muru jijjiirate malee inni hojii isaa ittuma jira.nuti mormaa gadiin ofirratti duuna amma mormas nu muruu guyyaa guyyaan amleeffatan.yaa warra ummata bakka buutan jaratti tanatti adaba hawaasarraa godhaa.
Imimmaan harmee kanaa isaan haa balleessu ibbo๐ฅฒ.
ยฎ๏ธ โ๏ธ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Rule No 1
Gammachuun jidduu keessanitti jiru cimee akka itti fufu yoo barbaadde namootaaf hin odeessin !
:ยจยท.ยทยจ:
`ยท. @Jechootahayyoota

Jiruun tun Qormaata hedduu ulfaataa taheedha. Irraa hedduun kheenya ni khufna! Sababninis namoota biroo waan hordafnuufii isaan san tahuuf waan yaalluuf, Garuu waraqaan qormaata ta hunda kheenya adda adda akka taate hin hubanne
!.๐ค๐ฅ
GORSA JIREENYAA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
!.๐ค๐ฅ
GORSA JIREENYAA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
FUULA BAREEDAA HIN BARBAADIN.
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.โค๏ธ
โโโโโโโโโโโ
@Jechootahayyoota
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.โค๏ธ
โโโโโโโโโโโ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Love Diary:
Imali malee namatti hin himin. seenaa jaalala dhugaa jiraadhu malee namatti hin himin. gammachuun jiraadhu malee namatti hin himin, namoonni waan babbareedaa ni balleessu.
โKhalil Gibran

Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waaโee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu โdogongoraโ kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
โโโโโโโโโโโ
@

Bakka amma jirtu tana irraa yeroo fagaatte. Jireenya bakka haarayatti yeroo jalqabde namoota amma waliin jiraachuu jirtu kana keessaa namni si iyyaafatu, Kan jireenyi akkami ja'ee si gaggaafatu 20% hin guutu.
Tanaafiin nama hunda hiriyyaa hin Sahin hanga isa moggaa jirtu qofa si yaadataa siin jadha.
Hiriyyummaa keessatti nama haala hunda keessatti si waliin jiruuf duursa kanni, qabaataa tahaniis dhabaa yoo tahaniis isaan san yeroo hin jijjiirtuutii atiis isaan waan laafuun hin jijjiirin. Duursa kanniif๐
Hiriyyummaa qulqulluuโค๏ธ @OROMOTOO @OROMOTOO

Forwarded from Jarr ๐ค๐
Hin dagannee hin irraanfannee
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa