tgoop.com/oscna/589
Create:
Last Update:
Last Update:
#Waamicha_gargaarsa
Yonaataan Musee (Kiyyaa) jedhama. Umuriin isaa waggaa 18. Ijoollummaa isaatin hojii Diishii irratti bobba'ee haadha isaa gargaaraa ture. Amma garuu hin dandeenye! Dhibee Sukkaara irratti ture daran hammaatee Kaleen isaa lamaanu hojii dhaabaniiru. Isarraan darbe sababa dhibee kanaan ijasaa lamaan ilaaluu dadhabaniiru. Yeroo ammaa kana ammoo dhiqaa Kaleef (dialysis) hanqina maallaqaa isa mudateera.
Kanneen dargaggeessa kanaaf waan dandeessan gargaaru barbaaddaniif karaa lakkoofsa baankii haadhasaa Gannat Haayiluu galchu dandeessu.
Acc. No: 1000114377388
Name: Genet Hailu
Lakk. Bilbila: +251941561516
@Gadaapost
@Gadaapost
BY oromo student info

Share with your friend now:
tgoop.com/oscna/589