OSCNA Telegram 621
Forwarded from Walaa_Meme
🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳

Waamicha Guddaa Namoota Channeel Telegram qabdan Maraaf.

🌳Waamicha Guddaan Kun maali ja'uu dandeessan ?

🌳Akkuma beekama Oromon Mil.60 ol Nitaana Akkasuma Channel Telegram Tan Ijjoole Teenya tan oromo memeber 100k ol kan qaban ni xiiqaata Saniifu Yaa da bilchaata takka qabane dhufnee jira

🌳Warreen Channel Qabdanii fi akkasuma Dandeeti Barreesu qabdan Akka Member channel Keessan Yaroo gabaabati Kan 1k qabu Yaroo gabaabati 10k Galu 10k qabu akka 20k galu Godhuuf Yaada barreeda qabane dhufne jira.

🌳Oromiyaa Guddoo Keenya Kallattii hundumaan Haa Guuddisnu!

🌳Channaloota Afaan Oromoo Afaan Oromo Guuddiisu keessati gahee guddaa qabu Afaan keenyaan Odeeffannoo, Bashanana fi Barnoota Adda adda Dabarsuun kanaaf channalota  Afaan Keenyaaf iddoo haa Laannu isiinin janna!!

🌳Tanaafu Warrii channel Qabdan garaa πŸ‘‰πŸ‘‰ @walaaoromo πŸ‘ˆπŸ‘ˆ ja'uu kanan nu quunamuu dandeessan

πŸ‘‰πŸ‘‰ @walaaoromo πŸ‘ˆπŸ‘ˆ

Waliin taane Art fi Afaan keenya haa guudisnu ✊✊

tgoop.com/oscna/621
Create:
Last Update:

BY oromo student info

Share with your friend now:
tgoop.com/oscna/621

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram iOS app: In the β€œChats” tab, click the new message icon in the right upper corner. Select β€œNew Channel.” Hashtags are a fast way to find the correct information on social media. To put your content out there, be sure to add hashtags to each post. We have two intelligent tips to give you: A Telegram channel is used for various purposes, from sharing helpful content to implementing a business strategy. In addition, you can use your channel to build and improve your company image, boost your sales, make profits, enhance customer loyalty, and more. Among the requests, the Brazilian electoral Court wanted to know if they could obtain data on the origins of malicious content posted on the platform. According to the TSE, this would enable the authorities to track false content and identify the user responsible for publishing it in the first place. Telegram channels fall into two types:
from us

Telegram oromo student info
FROM American