Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
- Telegram Web
Telegram Web
Yuunivarsiitii Ambootti sagantaan Ifxara Waliinii Gaggeeffame

Spider Media : Ramadan 29,1446 AH
Yuunivarsiitiin Amboo har'a barattoota dabalatee hawaasa Yunivarsiitichaatiif sirna ifxara waliinii qopheesseera.

Sagantaa Ifxaraa kana irratii Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Amboo Doktor Baay'isaa Lataa ergaa dabarsaniin “biyya waliin qabna, amantaan garuu kan dhuunfaa keenyati. Yaa ta`u malee, hundi keenya amantaa walii keenya kabajnee miira jaalalaafi obbolummaan waliin jiraachuu qabna” jedhani.

Saganticha irratti barattoota muslimaatiin dabalataatti geggeesitoon olaanoo Yuunivarsiitichaafi miseensonni Gamtaa Barattootaa, barattoota amantaa Ortodooksiifi Pirotestaantii hordofaniis argamaniiru.

© #Amartemam

Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://www.tgoop.com/spidermediaa
>#SpiderMedia
Yunivarsiitii Maqaleetti sagantaan ifxara waliinii har'a gaggeffameera

Saganticha irratti barattoota, hooggantoota olaanoo Yunivarsiitichaafi Sheyikoliin affeerraan taasifameef argamaniiru.

© Amar Temam
#SpiderMedia
#BREAKING
Allaahu Akbar
#4MILLION
#RECORD Haaraan galmaa'e
Ramadaana 29ffaa muslimoota miliyoonona 4 ol
#masjidalharam 🕋
#Makkah 🤍

© Amar Temam
2025/03/30 02:12:00
Back to Top
HTML Embed Code: