👇🏻
✍️ Hanqinni keenya guddaan hanqinna mataa keenyaa qabnu ufirratti arguu dhabuudha. Namni hanqinna/hirdhinna ufii ufitti hin beekne, gaarummaa nama biraa arguu hin danda’u.
Namni hanqinna ufiis arguu hin dandeenyee fi gaarummaa namaas arguu hin dandeenye, hanqinna qabu sanarraahis yoomuu hin jijjiiramu; gaarummaa nama biroo irraahis hin fayyadamu..!!
Dhakaan dhakama..!!
Yoo si fayyade namaafis👇🏻
https://www.tgoop.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf

﷽
#AHBAABII......😊
👌Yaadadhu mee gaafa jalqab addunyaa tanarra dhufnu san akkuma jireenya garaa haadha teennaa keessaa gara addunyaa tanaatti gadi buuneen iyyensaan eegalle.....{booyichaan jechuudha}.......akkasuma waliinuu namoonni bakka sanitti argamaan dhufuu keetti gammadanii kolfaa turan....
👌kanaaf gaafa ati asirraa deemtu immoo jarri suni boohuuf taa'anii ati gaafasiif waan si gammachiisee si kolfisiisu dalagadhu....akka gammaddee kolfituuf gaafa isaan gaddanii boohan....
👌 OK!
share✍
🫵ani siif dhaame nama birootiif dhaami

#Aqiidaa_Baradhaa
👉🏼 Aqiidaa fi Towhida yoon baranne urunguunis 🦉 si sodaachisti,
Adurreen gurraachi yaada kee si jijjiirsisuu danda’a,
Faanaa fi harka si hoosisutti gammadda hhh
Namni aqiidaa malee jiraatu comedy namatti fakkaata..!
Faaruun kan isaati Aqiidaa bareedduu nu barsiise Alhamdulillaah 🤲🏿

Israafni aadaa nutti tahe
✍️ Namoonni hedduun bishaan isaan wuduu’aaf fayyadaman qaamaafuu osoo fayyadamanii ni gahaaf jedhee yaada..🤔
👉🏼 Wuduu’a godhachuun keeyrii guddaadha, garuu wayta bishaan fayyadamtu israafa gootee gadi naquudhaan dilii guddaatti si jalaa jijjiiramuu mala…!!
👉🏼 Osoo bishaan bahraatiinis wuduu’a godhaa jiraattee, bishaan israafa gochuun haraama akka tahe hin dagatinaa..!!
◾ قال الله جل في علاه: (يَا بَنِي آدَمَ خُذُوا زِينَتَكُمْ عِنْدَ كُلِّ مَسْجِدٍ وَكُلُوا وَاشْرَبُوا وَلَا تُسْرِفُوا ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْمُسْرِفِينَ). [الأعراف:31]
Share waliif godhaa👇🏻

✍️ Namoota gariidhaaf,
Barri 2024 fi barri 2025s isa biaratti waluma qixa, jijjiiramni hin jiru.
Rakkoon bara haaraa seenuu fi dabru keessa osoo hin taane, rakkoon mataa isaa keessa. Hanga ati jijjiiramtutti Rabbiinis sirraa hin jijjiiru.
{إنّ الله لا يغير ما بقوم حتى يغيروا ما بأنفسهم}
Galatoomaa👇🏻
https://www.tgoop.com/tafak_or
Barri 2024 fi barri 2025s isa biaratti waluma qixa, jijjiiramni hin jiru.
Rakkoon bara haaraa seenuu fi dabru keessa osoo hin taane, rakkoon mataa isaa keessa. Hanga ati jijjiiramtutti Rabbiinis sirraa hin jijjiiru.
{إنّ الله لا يغير ما بقوم حتى يغيروا ما بأنفسهم}
Galatoomaa👇🏻
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
Arraba kee zikrii rabbiitiin jiifadhu ...
🌸 سبحان الله
🌸 والحمد لله
🌸 ولاالٰه إلا الله
🌸والله أكبر
🌸ولا حول ولا قوة إلا بالله العلي العظيم
🌸 سبحان الله وبحمده
🌸 سبحان الله العظيم
🌸 سبحان الله عدد خلقه ورضا نفسه وزنه عرشه ومداد كلماته
🌸 استغفر الله العظيم و اتوب اليه
🌸استغفر الله العظيم الذي لا اله إلا هو الحي القيوم و اتوب اليه
لا اله إلا الله وحده لا شريك له له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير
Sha👇re
@https_or

✍️ Barreeffamni diiniidhaa kan ani asirraa #share isiniif godhu gaarummaa koo hin ibsu. Maaltu beeka akka tasaa yeroo ani lubbuun jirus ta’ee ykn erga ani du’es Rabbiin sababa barruu tanaa nama tokkos taatu qajeelchuunii malaa jedheeti..!
✍️ Barreeffamni koo fi gorsi babbareedaan koo akka isin hin sobne. Ani wayta barreessu jalqaba uf yaadachiisee, ergasii isinif yaadachiisuudhaaf. Namni jalqabarratti hanqinna guddaa qabu, kan qalbiin isaa gorsatti hajamtu anuma mataa kooti..!
Ani ufumaa ufirratti qabsaahutti jira..!
أللهم إني اسألك الثبات لي ولكم ولجميع المسلمين آمين…
https://www.tgoop.com/tafak_or
✍️ Barreeffamni diiniidhaa kan ani asirraa #share isiniif godhu gaarummaa koo hin ibsu. Maaltu beeka akka tasaa yeroo ani lubbuun jirus ta’ee ykn erga ani du’es Rabbiin sababa barruu tanaa nama tokkos taatu qajeelchuunii malaa jedheeti..!
✍️ Barreeffamni koo fi gorsi babbareedaan koo akka isin hin sobne. Ani wayta barreessu jalqaba uf yaadachiisee, ergasii isinif yaadachiisuudhaaf. Namni jalqabarratti hanqinna guddaa qabu, kan qalbiin isaa gorsatti hajamtu anuma mataa kooti..!
Ani ufumaa ufirratti qabsaahutti jira..!
أللهم إني اسألك الثبات لي ولكم ولجميع المسلمين آمين…
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
☆☆﷽☆☆
✍Isaa beelawee nyaata dhabee.....garatti dhakaa hidhate akka hinmalle itti kabeessee akka inni kufu isa taasisa.
✍Inni hamtuu se'ee jibbaa ifirratti sodaataa bakka kufee namni isa kaasa.
✍Garuu dubbiin akkasii miti edaa rabbiin karoora ifii fedheen siif rahmata godhaa.....ummanni lafaa kaasanii gaafa laalan kunoo beelarraa garatti dhakaa hidhatee isa argan....
✍Rifatanii maallaqas walitti guuranii nyaatas ka nyaatuu fi sinqeeffatullee kennaniif.
✍Kanaaf.....hin jarjarin karoorri rabbiin ittiin amrii kee garaggalchu jabaatutu mala....obsi isa jaalachiisu yaadaa keetiin olitti siif tahaa #RAHMAAN.
👌Karoora keetii fi yaada keetiin osoon taane....... Karoora isaatiin amrii kee siif garagaggalcha....xiqqoma obsi.

✍️ Ilmaan Abii xaalib (Abbeeraa Rasuulaa SAW):
1) #Aliyyi binu Abii Xaalib
kaliifaa 4ffaa akka tahe nama hundatu beekaan. Radiyallaahu anhu.
2) #Aqiil
Obboleewwan isaa keessaa namni xumura islaame isa jedhan. Fathii makkaa booda islaame, ykn bara Hudeybiyyaa booda islaames jedhan. Lola Mu’utaa keessattis hirmaate jira.
Hijraa irraa waggaa 60tti du’e ykn 679 A.l.Europe
3) #Ja’afar
Kunis shaabicha Jannata keessa bararuudhaan beekkamu sani. Isa lola Mu’utaa keessatti harki lamaan irraa citteedha (Radiyallaahu anhu wardaah).
4) Ummu Haani’i
Sahaabiyyaata Rasuulaa irraahi, maqaan ishee Faakitaa ykn Hindi jedhamuudhaan beekkamti. Guyyaa lola fathii islaamte isheenis, gadaa bulchiinsa Mu’aawiyaa keesa duute jedhan.
✍️ Ummu Haani’i, dubartii Rasuulli kaadhimaa godhachuuf gaafatanii Rasuula didde sana. Isaan jibbitee osoo hin taane manguddummaa isheetiif jecha, isaaniif uf tuffattee dhiifama gaafatteen jedhan.
#Itti_fufa
Share👇🏻

#Yaadachiisa halkan edanaa ilaalchisee.
✍️ Namoonni hedduun halkan walakkaa sha’abaanaa tan hardhaa tuni akka halkan addaatti ilaalu. Guyyaa kana keessa Rabbiin gadi bu’a jedhu. Hadiisni isaan akka ragaatti fudhatanis jalaa laafe malee inuma jira.
Hundaafuu halkan edanaa tuni waan addaa waan uf keessaa qabdu hin jiru, Rabbiin halkan tana qofa osoo hin taane halkan hundaa gaduma bu’a.
Barakallaahu fiikum

ولنصبرنّ على ما آذيتمونا
we will patiently endure whatever harm you may cause us..
✍️Waan ati hin qabne hedduus siin jechuu malu,
Deemsa kee sakaaluuf, hamilee kee si cabsuuf gatii hedduus kafaluu danda'u,
Bakkuma yaadde sanaa osoo geesseeyyuu , galma kee sana tuffachuudhaaf ykn gadi buusuudhaaf yaalu..!
👉 kum yeroo hedduu amaloota namoota ufii kufee kufnana namaa eeguuti...!
Isaan sun bar;
Warra milkaayinna namaa qeequun, teessoo isaanii guddifachuu barbaaduudha..!
Hamilee si dhahanii faarfamuu fi leellifamuu warra hawwaniidha..!
Niyyaa kankee keessa seenanii dalagaa gaarii ati yaaddu, hedduu si harkatti dhaamsuu fedhan..!
Ila:
harki hedduun jibbàa fi waanyoodhaaf si dhàamsuu feetii beeki..!
Arrabni hedduun aarii fi xiqqeenyasaarraa kan ka'e si alanshuu barbaaddi..!
Obboleessoo;
karaa kankee qabattee deemuu malee uf duuba hin ilaalin.
Dhageessaa..!, osoo nama dhakaan si darbatu hundaaf deebii kennuuf dhaabattee, yoom galma keetitti geessa..!?
Deebiin kankee milkàayinna kankee hà a tahu siin jedha...!!
✍️ Hanguma isaan sadarkaa ufiitti gadi si buusuuf yaalaa deemaniin, atis jalaa ol bayaa deemi.
Aayata qur'aanaattu nu barsiise Alhamdulillaah
Yoo irraa fayyadamte sha👇🏻e

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Affeerraa Qur'aanaa 💐💐💐
قال تعالى: "ذِكْرُ رَحْمَتِ رَبِّكَ عَبْدَهُ زَكَرِيَّا"
Nabi zakariyyaan (Aleyhissalaam) ilma namaa biratti anaaxii tahuudhaan beekkama, garuu Rabbiin biratti Nabiyyii fi ergamaa isaa tahuudhaan beekkame..!!
✍️ Sadarkaan kankee hujii ati qabduu fi waraqaa ragaa barnootaa ati baadhattee deemtuun osoon taane, sadarkaan kankee isa ati Rabbiin biratti qabduun madaalama..!!
Hadiisa keessatti: Nabiyyiin kamuu kan hoolaa hin tiksine hin jiru jedha. Atis moo yaa Ergamaa Rabbii ? Jedhamanii gaafatamnaan, Eeyyan anis qiiraaxaan (kafaltii qureeyshaa) tiksaa ture jedhan irra caalaan Aalamaa (SAW).
Hadiisni kun namoota hedduuf ergaa guddaa akka qabu abdiin qaba
✍️ Hujii qabduu fi sadarkaa irra jirtu ilaaltee uf hin tuffatin..!, humna keetiin dafqitee halaala nyaataa jirta taanaan, ufitti boonuu qabda..!!
Galtoomaa👇🏻
https://www.tgoop.com/tafak_or
Nabi zakariyyaan (Aleyhissalaam) ilma namaa biratti anaaxii tahuudhaan beekkama, garuu Rabbiin biratti Nabiyyii fi ergamaa isaa tahuudhaan beekkame..!!
✍️ Sadarkaan kankee hujii ati qabduu fi waraqaa ragaa barnootaa ati baadhattee deemtuun osoon taane, sadarkaan kankee isa ati Rabbiin biratti qabduun madaalama..!!
Hadiisa keessatti: Nabiyyiin kamuu kan hoolaa hin tiksine hin jiru jedha. Atis moo yaa Ergamaa Rabbii ? Jedhamanii gaafatamnaan, Eeyyan anis qiiraaxaan (kafaltii qureeyshaa) tiksaa ture jedhan irra caalaan Aalamaa (SAW).
Hadiisni kun namoota hedduuf ergaa guddaa akka qabu abdiin qaba
✍️ Hujii qabduu fi sadarkaa irra jirtu ilaaltee uf hin tuffatin..!, humna keetiin dafqitee halaala nyaataa jirta taanaan, ufitti boonuu qabda..!!
Galtoomaa👇🏻
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
Hanga dhumaa dubbisaa👇🏻
✍️ Jaalatamuu,hammatamuu kunuunfamuu,nama duratti mul'atuufi kabajamuu,beekkamuufi maqaan ufii ol ka'uu hunduu ni barbaada,kanaaf hedduun namaa Oliifi gaditti conqol jedhaa jiraata, fedhiin akkasii immoo,yoo daangaa hin qabaanne joollee daa'imaan wal nama fakkeessa.
Eeeee
Mul'atanii argamuun gaariidha,garuu hujiin tahuu qaba,bahanii beekkamuun sirriidha,garuu amala gaariifi toltuun tahuu qaba,caalanii argamuun dorgommiidha,garuu toltuu yaaduu wajji tahuu qaba,beekamaa tahanii argamuun gaariidha,garuu beekkumsa wajjiin tahuu qaba,akkaafi bakki immoo,laalamuu qaba.
Jaaloo
Kaayoofi imala sirrii qabannaan,mikaa'inni kee gatii ifaajee keetitii beeki,gufuufi gufaatiin sirra gahaa ture,qoreefi danqaraan karaa irratti si sakaaleefi qaamaafi qalbii kee bocolaa gadi si lakkise,muuxannoofi leenjii kee isa darbee sanaa argi.
Obboaa
Hi'oo,lakki,i'iii hin tahu,haay jechuun kee,ijjannoo, murannoofi kutannoo sirrii sammuu keetiitii argi, tuffatamuu,dhiibamuu qimmiidamuu dandeettee, alanshamtee tufamuu diddee dhaabbachuun kee,dhugaa ati ufitti himtetu galaa tahee ol si dhaabee beeki.
Hey
Uf taatee ufirra dhaabbattee ufitti murteessuu jalqabnaan, murtii keetiif itti gaafatamummaa mataa keetii fudhannaan,ol jettee deemuufi ol jettee dubbachuu jalqabnaan,bishaan qallate furdate jedhee kan zaraata rifeensaa oliifi gaitti baqaqsaa oolu bira kuttee jirtaa uf badhaasi.
Yoooo
Joollummaa irraa ol siquuf,kaan safartee,kaan hammaartee gadi hin naqinii dhiisii bakka tokko ijjadhu.
Page U/Sufiyaan Usmaan irraa👇🏻

Osoo beeknuu huuba wajjiin___!!
👇🏻
✍️ Yeroo tokko tokko osoo beektuu caldhiinsa filatta. Rakkoon gariin tan yoo dubbatte, dubbiin tee afuuftee gaaraan geettutu jira.
Akkuma nama hun beeknee uf fakkeessi,
Akkuma nama hin garreetti bira dabri,
Akkuma nama hin dhageenyeetti gurrarra dabarsi,
Akkuma nama hin galiniifiitti iyyaafadhu.
✍️ Gadaa bulchiinsa Kaliifaa #Mahdiyyii keessa, namticha tokkotu kophee harkatti qabatee itti ol seenee akkana jedheen:
Yaa Amiira/hoogganaa mu’umintootaa, kopheen tuni bar tan Nabii keenyaatii (SAW).
Achumaa kaliifaan Mahdiyyiinis, kophee tana irraa fuudhanii, kophee dhungatanii, namtichaa diinaarri 10000 akka kennamu ajajaniif.
Erga inni biraa bahee booda, namoota isaan bira jiruun akkana jedhan kaliifichi:
Nabiin keenya (SAW) kophee tana godhachuu mitii ijaanuu akka hin garre nan beeka. Garuu osoo namicha kana kihibsiifnee irraa fuudhuu dinnee, silaa asii bahee, kaliifaan kophee Nabii keenyaa na harkatti dide jedhee kijibaaf jedhan..!!
Akka irraa barattan abdii qaba.

بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
✍Ani.....ee ani....
✍Osoo rasuulli S.A,W mee maal diin kanaaf taate?
✍ Mee maal daleyde ?
✍Maal narraa barattee barsiiste?
✍Maal qopheeffatte?
✍maaliin na wajji jannata keeysa jiraatuuf deemta?
✍Sunnaa kiyyarraa maal qabatte?
✍Aduwwii diin kam deebiste..?
✍Eenyuun isalaamummaaf isa afeertee sababa qaceeluma isaa taate?
✍si hin beeku garuu ani ofii kiyyaa sodaataa jira