Telegram Web
ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰: "ุฐููƒู’ุฑู ุฑูŽุญู’ู…ูŽุชู ุฑูŽุจู‘ููƒูŽ ุนูŽุจู’ุฏูŽู‡ู ุฒูŽูƒูŽุฑููŠู‘ูŽุง"

Nabi zakariyyaan (Aleyhissalaam) ilma namaa biratti anaaxii tahuudhaan beekkama, garuu Rabbiin biratti Nabiyyii fi ergamaa isaa tahuudhaan beekkame..!!
โœ๏ธ Sadarkaan kankee hujii ati qabduu fi waraqaa ragaa barnootaa ati baadhattee deemtuun osoon taane, sadarkaan kankee isa ati Rabbiin biratti qabduun madaalama..!!
Hadiisa keessatti: Nabiyyiin kamuu kan hoolaa hin tiksine hin jiru jedha. Atis moo yaa Ergamaa Rabbii ? Jedhamanii gaafatamnaan, Eeyyan anis qiiraaxaan (kafaltii qureeyshaa) tiksaa ture jedhan irra caalaan Aalamaa (SAW).
Hadiisni kun namoota hedduuf ergaa guddaa akka qabu abdiin qaba
โœ๏ธ Hujii qabduu fi sadarkaa irra jirtu ilaaltee uf hin tuffatin..!, humna keetiin dafqitee halaala nyaataa jirta taanaan, ufitti boonuu qabda..!!

Galtoomaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tgoop.com/tafak_or
Hanga dhumaa dubbisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป

โœ๏ธ Jaalatamuu,hammatamuu kunuunfamuu,nama duratti mul'atuufi kabajamuu,beekkamuufi maqaan ufii ol ka'uu hunduu ni barbaada,kanaaf hedduun namaa Oliifi gaditti conqol jedhaa jiraata, fedhiin akkasii immoo,yoo daangaa hin qabaanne joollee daa'imaan wal nama fakkeessa.

Eeeee
Mul'atanii argamuun gaariidha,garuu hujiin tahuu qaba,bahanii beekkamuun sirriidha,garuu amala gaariifi toltuun tahuu qaba,caalanii argamuun dorgommiidha,garuu toltuu yaaduu wajji tahuu qaba,beekamaa tahanii argamuun gaariidha,garuu beekkumsa wajjiin tahuu qaba,akkaafi bakki immoo,laalamuu qaba.

Jaaloo
Kaayoofi imala sirrii qabannaan,mikaa'inni kee gatii ifaajee keetitii beeki,gufuufi gufaatiin sirra gahaa ture,qoreefi danqaraan karaa irratti si sakaaleefi qaamaafi qalbii kee bocolaa gadi si lakkise,muuxannoofi leenjii kee isa darbee sanaa argi.

Obboaa
Hi'oo,lakki,i'iii hin tahu,haay jechuun kee,ijjannoo, murannoofi kutannoo sirrii sammuu keetiitii argi, tuffatamuu,dhiibamuu qimmiidamuu dandeettee, alanshamtee tufamuu diddee dhaabbachuun kee,dhugaa ati ufitti himtetu galaa tahee ol si dhaabee beeki.

Hey
Uf taatee ufirra dhaabbattee ufitti murteessuu jalqabnaan, murtii keetiif itti gaafatamummaa mataa keetii fudhannaan,ol jettee deemuufi ol jettee dubbachuu jalqabnaan,bishaan qallate furdate jedhee kan zaraata rifeensaa oliifi gaitti baqaqsaa oolu bira kuttee jirtaa uf badhaasi.

Yoooo
Joollummaa irraa ol siquuf,kaan safartee,kaan hammaartee gadi hin naqinii dhiisii bakka tokko ijjadhu.

Page U/Sufiyaan Usmaan irraa๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tgoop.com/tafak_or
Osoo beeknuu huuba wajjiin___!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿป

โœ๏ธ Yeroo tokko tokko osoo beektuu caldhiinsa filatta. Rakkoon gariin tan yoo dubbatte, dubbiin tee afuuftee gaaraan geettutu jira.
Akkuma nama hun beeknee uf fakkeessi,
Akkuma nama hin garreetti bira dabri,
Akkuma nama hin dhageenyeetti gurrarra dabarsi,
Akkuma nama hin galiniifiitti iyyaafadhu.

โœ๏ธ Gadaa bulchiinsa Kaliifaa #Mahdiyyii keessa, namticha tokkotu kophee harkatti qabatee itti ol seenee akkana jedheen:
Yaa Amiira/hoogganaa muโ€™umintootaa, kopheen tuni bar tan Nabii keenyaatii (SAW).
Achumaa kaliifaan Mahdiyyiinis, kophee tana irraa fuudhanii, kophee dhungatanii, namtichaa diinaarri 10000 akka kennamu ajajaniif.
Erga inni biraa bahee booda, namoota isaan bira jiruun akkana jedhan kaliifichi:
Nabiin keenya (SAW) kophee tana godhachuu mitii ijaanuu akka hin garre nan beeka. Garuu osoo namicha kana kihibsiifnee irraa fuudhuu dinnee, silaa asii bahee, kaliifaan kophee Nabii keenyaa na harkatti dide jedhee kijibaaf jedhan..!!

Akka irraa barattan abdii qaba.
๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tgoop.com/tafak_or
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ูฐู† ุงู„ุฑุญูŠู… ๐Ÿฆ‹
โœAni.....ee ani....
โœOsoo rasuulli S.A,W mee maal diin kanaaf taate?
โœ Mee maal daleyde ?
โœMaal narraa barattee barsiiste?
โœMaal qopheeffatte?
โœmaaliin na wajji jannata keeysa jiraatuuf deemta?
โœSunnaa kiyyarraa maal qabatte?
โœAduwwii diin kam deebiste..?
โœEenyuun isalaamummaaf isa afeertee sababa qaceeluma isaa taate?
โœsi hin beeku garuu ani ofii kiyyaa sodaataa jira

https://www.tgoop.com/tafak_or
Nama qeequun duratti, dursitee sirritti uf dubbisuu qabdaโ€ฆ

Ergaa babbareeda argachuuf chanala Tafakkur Join godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tgoop.com/tafak_or
Bismillahi Arrahman Arrahiim ๐Ÿ’
Assalamu aleykum werahmatullaahi webarakaatuh ๐ŸŒน
โœMee osoo addunyaa kanarraa milinear si tahee...osoo qabeenya wanni tahe si biratti walitti qabamee maal hojjatta?
โœMaal fa'a daleeyda qabeenya kee kanaan?............



Comment๐Ÿ‘Œ

@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Bismillahi Arrahman Arrahiim ๐Ÿ’ Assalamu aleykum werahmatullaahi webarakaatuh ๐ŸŒน โœMee osoo addunyaa kanarraa milinear si tahee...osoo qabeenya wanni tahe si biratti walitti qabamee maal hojjatta? โœMaal fa'a daleeyda qabeenya kee kanaan?............ Comment๐Ÿ‘Œโ€ฆ
Ahbaabii
namoonni.....gaafii osoo milinear taate maal hojjatta jedhuuf niyyaa keessan warri baastanii himtan.....
๐Ÿ˜ณGammadaa ๐Ÿ˜
โœNamni Qabeenya hin qabne kan osoo qabaadhee akka nama sanii akkana dalaga jedhee keyrii niyyate nama akkas dalagee fi kan niyyate ajriin isaanii qixuma.
โœKan hamtuu niyyateefis akkasuma


๐Ÿค— Galatoomaa!

https://www.tgoop.com/tafak_or
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎๐ŸŒน


FAMILY TAFAKUR HUDI KEESSAN.....




๐ŸŒธSABAAHAL KEYR
๐Ÿช„Mee hadha surprize isin haa godhuu.......
#Tafakkur yoom hundeeffame?
#Tafakkur maaliif hundeeffame.?
#Maalii barbaachisummaan isa.?
#Maali kaayoon isaa?
Deebii gaafii kanaa bifa gabaabaan isin hubachiisuuf deemna.

โœIkwaaniii.....
Namoonni tafakkur hin beekneef,
namoota beekuu barbaaddaniifis kaayoon keenna ifaadha.

โœTafakkur wal baraa irraa baraa namootas barsiisaa

@tafak_or
๐Ÿค—Namni tafakkur jaalattanii fi hordoftan.....Galtm.namootaafis share godhaa....koottaa wajjin islaamummaa jabeessinaa๐Ÿ™

Qoph.@Abulmansur edao/Ustz #Ibrahim edao
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waggaa meeqarraa family keenya taatan mee ?


Maal irraa fayyadamtan hang hardhaatti?

Gara fuulduraatti maal akka hojjannu nuuf dhaamtan?

Waan sirreeffachuu qabnu hoo ?
โœ๏ธ Ilmi namaa kan madaalamuun hamma jiraate osoon taane, jireenya isaa keessatti milkaayinna meeqatti akka gaheedha. Rabbiin qurโ€™aana keessatti yeroo dubbatu akkana jedha:

{ ูˆู†ูƒุชุจ ู…ุง ู‚ุฏู‘ู…ูˆุง ูˆุขุซุงุฑู‡ู…ุŒ ูˆูƒู„ู‘ ุดูŠุก ุฃุญุตูŠู†ู‡ ููŠ ูƒุชุงุจ ู…ุจูŠู† }
Waan isaan dalaganii dabarsanii fi buโ€™aa dalagaa isaanii barreessina jedhee dubbatee jira..!
โœ๏ธ Firaa fi maatiin kankee waan ati asirratti dalagattee biraa deemteedha. Addunyaa tanaaf maal dabalte? Maal dalagaa turte? Maal akka gumaachiteedha?

https://www.tgoop.com/tafak_or
๐Ÿ’ซ Ramadaanaaf guyyoota 10 qofatu hafa Rabbiin ittiin nu haa gahu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
โœYaa nama salaata dhiisu.......

๐Ÿชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ŸชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ŸชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......

๐Ÿ‚ูŠุง ุชุงุฑูƒ ุงู„ุตู„ุงู‡ ุจูŠู†ู…ุง ุฃู†ุช ุชู†ุงู… ููŠ ูุฑุงุดูƒ ุบูŠุฑ ู…ุจุงู„ูŠ ุจุตูˆุช ุงู„ุฃุฐุงู†........
๐Ÿ‚ู‡ู†ุงูƒ ุฃุญุฏ ูŠุตุฑุฎ ููŠ ู‚ุจุฑู‡ ู‚ุงุฆู„ุง :....
๐Ÿ˜”ุฑุจูŠ ุงุฑุฌุนู†ูŠ ุฃุนู…ู„ ุตุงู„ุญุงู‹

Share๐Ÿ‘‡

https://www.tgoop.com/tafak_or
Munaafiqummaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿป
โœ๏ธ Jeedala wajjiin nyaata,
Saree wajjiin ni duta,
Tiksee wajjiin boohaa,
Galgala taaziyaa hoolaa dhufa..!!

Kuni munaafiqummaa ibsa Rbbiin nu haa eegu.

@tafak_or
Sagantaan bareedduu fi barsiiftuu taate takka isiniif qabannee dhufaa jirra. Sagantaa kana qooheessuun buโ€™aa bahii hedduu qabaatus Inshallaah bifa adda taheen isiniif qooheessee jira.

Namoonni YouTube keenya hin qabnes asiin seenaa Subscribe godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=Jvk-PxsgDWKmMgP5
2025/02/20 01:48:53
Back to Top
HTML Embed Code: