Godina Horroo guduruu Aanaa Jardagaa Jartee jalatti kan argamtu manni Amantaa Barjiituu Maariyaamii yeroo baay’eef rajii gurguddaa raawwachaa kan turte, tsaballi ishee dhukkubsataa heddu fayyisaa kan turtee fi mana amantaa seena qabeetti turte. Hara garuu sababa shakkaan baay’ateen, miseensoonni ishee baay’een barumsa dhabu irraa kan ka'e Daandii gadhiisanii badanii jiru! Manni Amantaa tunis kophaatti haftee jirti. Yeeyyiin Afaan baasee liqimsuuf jira. Ijoolleen ishee naanna'a sana jiran rakkinatti jiru.
👉 namoonni muraasni lakkoofsi isaanii 10 hin caalle mana amantaa kana wajjin jiru! Isaaniis Barsiisaa, Daaqonii, luba akkasuma tajaajila tokko hin qabnu nuuf dirmadhaa jechaa jiru.
Yaa saba waaqayyo bara humna qabnutti wal wajjin haa taanu, waliif haa dhaabbannu! Mana amantaa cufame haa bannu. Mana amantaa kanaaf mee sagalee ta'afii!

In handing down the sentence yesterday, deputy judge Peter Hui Shiu-keung of the district court said that even if Ng did not post the messages, he cannot shirk responsibility as the owner and administrator of such a big group for allowing these messages that incite illegal behaviors to exist. Telegram offers a powerful toolset that allows businesses to create and manage channels, groups, and bots to broadcast messages, engage in conversations, and offer reliable customer support via bots. When choosing the right name for your Telegram channel, use the language of your target audience. The name must sum up the essence of your channel in 1-3 words. If you’re planning to expand your Telegram audience, it makes sense to incorporate keywords into your name. In the “Bear Market Screaming Therapy Group” on Telegram, members are only allowed to post voice notes of themselves screaming. Anything else will result in an instant ban from the group, which currently has about 75 members. Public channels are public to the internet, regardless of whether or not they are subscribed. A public channel is displayed in search results and has a short address (link).
from us