tgoop.com/wabiikoof/2287
Create:
Last Update:
Last Update:
Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. Milkaa'ina namoota birootti hin aarin. Namoonni biroo miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin.Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin. Wantoota too'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasessin. Bu'aa hatattamaa hin eegin. Balaa sirra ga'e fudhachuu hin sodaatin. Kufaatii jalqabaa tokko booda abdii hin kutatin. Itti gaafatamummaa irraatti hin qaanfatin.ππππππππππππππππ«°
https://obsii.com/your-victory-is-in-your-hands-your-dreams-also-have/?sfnsn=mo
BY Siif obsii daandii milkaa'inaatiβ€οΈ

Share with your friend now:
tgoop.com/wabiikoof/2287