Notice: file_put_contents(): Write of 8258 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 50
ABDII SABAA@ABDII_SABAA P.17206
ABDII_SABAA Telegram 17206
Ispeen hamma Roobaa Baatii tokkoof gahu sa'aatii tokko keessatti keessummeessite.

Ispeen hamma Rooba Baatii tokkoof gahu sa'attii tokko keessatti keessummeessuun lammiileen kumaatamaan lakkaa'aman buqqa'uu ibsame.

Torbee lama dura Ispeen Vaaleenishiyaatti rooba cimaa roobeen lubbuun lammiilee hedduu darbuun kan yaadatamuudha.

Har'a biyyattiitti roobni baatiif gahu, sa'aatii tokko keessatti roobuu hordofee lammiileen biyyattii hedduun qa'eef qabeenya isaanirraa buqqa'uu eerameera.

Naannawaa Maalaagaatti lammiileen kumni 4 ol yoo buqqa'an, manneen kumni 1 ol faayidaan ala ta'uu ibsame.

Roobni kun ammas hanga galgalaatti Maalaagaa, Giraanaadaa hanga Vaaleenshiyaatti ittu fufuu akka danda'u CNN gabaaseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

tgoop.com/ABDII_SABAA/17206
Create:
Last Update:

BY ABDII SABAA

Share with your friend now:
tgoop.com/ABDII_SABAA/17206

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Healing through screaming therapy So far, more than a dozen different members have contributed to the group, posting voice notes of themselves screaming, yelling, groaning, and wailing in various pitches and rhythms. Ng, who had pleaded not guilty to all charges, had been detained for more than 20 months. His channel was said to have contained around 120 messages and photos that incited others to vandalise pro-government shops and commit criminal damage targeting police stations. Members can post their voice notes of themselves screaming. Interestingly, the group doesn’t allow to post anything else which might lead to an instant ban. As of now, there are more than 330 members in the group. The Channel name and bio must be no more than 255 characters long
from us

Telegram ABDII SABAA
FROM American