Notice: file_put_contents(): Write of 8428 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 50
ABDII SABAA@ABDII_SABAA P.17207
ABDII_SABAA Telegram 17207
Falmii Buunyaa Ga’eessa Umrii Waggaa 58 Fi Dargaggoo Umrii Waggaa 27 Gidduutti Galgala Kana Gaggeeffamu

Falmiin har’a galgala buunyessaan Maayik Taayisan, Buunyessaa beekamaa Jeek Jooseef Pool waliin taasiisu hawwiin eegama.

Falmiin har’a halkan sa’aati 5:00 eegalee Ameerikaa Teeksaas Arliingitanitti buunyessaa beekamaa ga;eessa umrii waggaa 58 Maayika Taayisanii fi Buunyessaa beekamaa dargaggoo umrii waggaa 27 Jeek Jooseef Pool gidduutti taasiifamu qalbii addunyaa hawwateera.

Falmii kallattiin Ameerikaa giddugala Neetfiliiksii tamsa’u kana namoonni miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 80 ol ni daawwatuun eegama.

Maayik Taayisan dorgommii sadarkaa idil addunyaa bara Faranjootaa 1985 eegalee hanga 2005tti taasiise 56 keessaa 50 injifachuun 6 injifatameera.

Dargaggoo Jooseef Pool ammoo dorgommii 10 taasiise keessaa 9 inifachuun, tokko qofa injifatamuu ragaaleen ni mul’isu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

tgoop.com/ABDII_SABAA/17207
Create:
Last Update:

BY ABDII SABAA

Share with your friend now:
tgoop.com/ABDII_SABAA/17207

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Users are more open to new information on workdays rather than weekends. How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) “[The defendant] could not shift his criminal liability,” Hui said. Clear During the meeting with TSE Minister Edson Fachin, Perekopsky also mentioned the TSE channel on the platform as one of the firm's key success stories. Launched as part of the company's commitments to tackle the spread of fake news in Brazil, the verified channel has attracted more than 184,000 members in less than a month.
from us

Telegram ABDII SABAA
FROM American