ABDII SABAA
#update Dooktorooti hidhamanii turan Wabii Birrii kuma 10n gad lakkifaman. Sochii hojjattoota fayyaa tibbana wal qabatee Arbaa Mincii irraa to’annoo jala kan oolan Dooktoroinni sadii wabii birrii kuma 10n gad lakkifamuu isaanii odeeffannoowwan argaman ni…
#Update
Oolmaa Warraaqsa Ogeeyyii fayyaa.
Ogeeyyiin Fayyaa Itoophiyaa yeroon mootummaan deebii isaanii akka kennuuf gaafatan dhumachuun guyyaa har'aa bakkoota garaagaraatti duula lagannaa hojii jalqabanii jiraachuu ragaawwan ni mullisu.
Dhaabbilee garaagaraatti lagannaan hojii jiraachuu, dhaabbilee gariinitti immoo dorsisa aangawootaan hojiin itti fufuu, dhaabbilee fayyaa gariinitti immoo hojiin idilee haaluma duraan tureen itti fufee jira
Yeroon ogeeyyiin fayyaa mootummaaf kennaan kaleessa dhumachuu hordofee Ministirri Fayyaa Itoophiyaa Dr. Maqdas Dhaabaa ibsa laataniin “gaafii ogeeyyii fayyaa deebisuuf hojjatamaa jira” jedhan.
Har'a ganama irraa eegaluun duulli lagannaa Hojii hospitaalota akka armaan gadiitti bifa garaa garaan taasifamu ragaaleen miidiyaan @Abdii_Sabaa qaqqaban ni mullisu.
Isaanis
• ALERT Hospital
• TASH / Tikur Anbessa Specialized Hospital
• St Paul Hospital
• Gondar University Hospital
• Nigist Eleni Hospital, Wachemo
• Debre Birhan Hospital
• Dilla University Hospital
• Tibebe Ghion Specialized Hospital
• Butajira General Hospital
• Addisalem Hospital
• Felege Hiwot Hospital (Except 1 OPD)
• Akesta General Hospital (Only the Medical Director on OPD)
• Hawassa University Specialized Hospital
• Addis Zemen Hospital
• Madda Walabu University Goba Referral Hospital
• Durbete Primary Hospital
• Jaldu Primary Hospital, Oromia
• Injibara General Hospital
• Debark General Hospital
• Janamora Hospital
• Dabat Hospital
• Adirkay Hospital
• Wolkite University Specialized Hospital
• Menelik Hospital – Ophthalmology Department
• Mizan Tepi Teaching Hospital
• Dessie Hospital
• Metema General Hospital
Haaluma kanaan odeeffanno nu qaqqabeen kanneen lagannaa kana irratti hin hirmaatin.
• Jimma University Teaching Hospital
• Asella Teaching Hospital
• AMBO Hospital
• Dilchora Hospital
• Hiwot Fana Hospital
• Ayder Teaching Hospital
• Eka Kotebe Hospital
• St Peter Hospital
• Zewditu Hospital
• Jigjiga Teaching Hospital fi kanneen hafanidha.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

👍623❤118👏23🤗13🥰7😢7🤯6🫡6🆒5😱3🔥2
ABDII SABAA
#ExitExam Beeksisa Qormaata ba’iinsaa(EXIT EXAM) irra deebiin fudhachuuf galmeen isaa jalqabameera Ministeerri barnootaa haala galmee keessa deebii qormaata ba’iinsaa addoomseera. Haaluma kanaanis Galmeen qormaataa Eebla 14/2017 hanga Caamsaa 05/2017 tti…
#EXITEXAM
Ministeerri Barnootaa yeroon galmee qormaata bahiinsaa hanga Caamsaa 14, 2017 guyyaa sa’aatii 6:00 tti dheerachuu beeksise.
Irra deebiin qoramtoonni kan ammallee hin galmoofne karaa (https://exam.ethernet.edu.et) seenuudhaan galmee isaanii akka xumuran akeekkachiiseera ministeerichi.
Barattoonni yeroo jalqabaaf qoraman karaa dhaabbilee barnootaa isaanii akka galmaa’an himameera.
Qormaanni Bahiinsaa Waxabajjii 2-10, 2017 akka gaggeeffamu Ministeerri Barnootaa beeksisee jira.
Iyyattoonni galmaa’uuf Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) qabaachuu qabu.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Ministeerri Barnootaa yeroon galmee qormaata bahiinsaa hanga Caamsaa 14, 2017 guyyaa sa’aatii 6:00 tti dheerachuu beeksise.
Irra deebiin qoramtoonni kan ammallee hin galmoofne karaa (https://exam.ethernet.edu.et) seenuudhaan galmee isaanii akka xumuran akeekkachiiseera ministeerichi.
Barattoonni yeroo jalqabaaf qoraman karaa dhaabbilee barnootaa isaanii akka galmaa’an himameera.
Qormaanni Bahiinsaa Waxabajjii 2-10, 2017 akka gaggeeffamu Ministeerri Barnootaa beeksisee jira.
Iyyattoonni galmaa’uuf Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) qabaachuu qabu.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
👍671❤142🤯38👏35🥰32🔥26😱5
#ODUUAMMEE
TPLF Galmee Paartii Siyaasaa irraa Haqame.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) galmee paartii siyaasaa irraa haquu beeksise.

👍623😁217❤78👏41🤯21🫡21😱17👌8🕊8
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo ammaa himannaa hedduun seeraan to’atamee qoratamaa kan jiru Raapperii Diidii yeroo inni jaalallee isaa duraanii haala suukanneessaa tumu viidiyoon isaa gadhiifame.
Daawwadhaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Daawwadhaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
👍248❤35🤬33😁23😱19🔥7🥰4😢2
#Xiyyeeffannoo
“Magaala Walisootti Ibsaan erga badee ji’a guutuuf” jiraattoota.
Magaalaa Walisootti Ibsaan baduun jiraattoonni rakkoo hedduuf saaxilamaa jiraachuu miidiyaa @Abdii_Sabaa tti himan.
Erga ibsaan badee ji’a guutuuf kan jedhan jiraattoonni, Sababa kanaan manni baaburaa hojii dhaabuun, namni waan nyaatuufi dhugu dhabuun rakkachaa jiraachuu himaniiru.
Magaalattiitti yeroo ammaas Biddeena gogaan qarshii 50'n bitamaa jiraachuu eeruun hawaasarra miidiyaa @Abdii_Sabaa qaqqabe ni mullisa. Kana malees bishaan Liitirri 10 qarshii 130-180 tti gurguramaa jiraachuu himu jiraattoonni.
Ibsaan baduun rakkoowwan kanniiniif kan saaxilaman jiraattonni magaalaa Walisoo, qaamni dhimmi ilaallatu furmaata akka kennuuf gaafataniiru.

👍454❤77😢66😁22🥰16👏13🤯13🫡12🔥8👌5😱3
ODUU:
“Beekumsaa fi waraqaa ragaa walsimsiisuuf hojjechaa jirra” - Pirofeesar Birhaanuu Naggaa.
Ministirri Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa, hojiirra oolmaa fooyya’iinsa barnootaa keessatti beekumsaa fi waraqaa ragaa walsimsiisuuf hojjetamaa jiraachuu himan.
Barattoonni karaan itti gowwoomsanii ittiin darban akka hin jirre maatii fi barsiisotaaf ifatti ibsamaa jiraachuus beeksisan.
Sirna qormaataa hannaa fi gowwoomsuu irraa qulqulleessuuf tattaaffiin itti fufiinsa qabu taasifamaa akka jirus Pirofeesar Birhaanuun hubachiisaniiru.
Qulqullina barnootaa eeguu fi dandeettii barsiisotaa gabbisuuf, barsiisonni kuma 60 ol fi daareektaroonni manneen barnootaa kuma 13 ol leenjii fudhachuu isaanii ibsaniiru.
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf waggoota 5 darban keessa manneen barnootaa duraa kuma 40 ol ijaaramuus himan.
Pirojektii Barnoota Hirmaannaa Hawaasaattin hojiirra ooleen bara 2016 qofa manneen barnootaa haaraa kuma 5 fi 966 ol ijaaramanii tajaajila kennuu eegaluu isaanii eeran.
Ji’oota jahan darban keessa Ministeerri Barnootaa pirojeektii of qopheesse bu’uura godhachuun manneen barnootaa bultii shan ijaarsisee xumuruu ibsaniiru.
Bara barnootaa dhufu barattoota fudhachuu akka eegalus eeran.

👍658❤119😁116😭45😱21👏13🕊7🥰6🤩6🤬4🤯3
ODUU:
Balaa Tiraafikaa muudateen hanga ammaatti lubbuun namoota afurii darbuun heerame.
Magaalaa Wolaayitaa Sooddootti balaa tiraafikaa muudateen hanga ammaatti lubbuun namoota afurii darbeera.
Balaan tiraafikaa kun ganama har'aa magaalaa Wolaayitaa Sooddoo, ganda Markaattoo Yushuwaa, naannoo Bashannanaa jedhamutti kan muudate ta’uun ibsame.
Balaan kun kan muudate, konkolaataan Doolfiinii imaltoota fe'ee ture konkolaataa walharkisu wajjin walitti bu'uu isaatiinis jedhameera.
Poolisii Magaalaa Wolaayitaa Sooddootti hogganaan damee too’annoo fi ittisa balaa tiraafikaa Saajin ol’aanaa Zinaabuu Gazzaahany akka himanitti, balaa kanaan hanga ammaatti konkolaachisaa Doolfiinii dabalatee lubbuun namoota afurii darbeeras jedhe.
Sababni balaa kanaa fi odeeffannoowwan dabalataa ammoo qoratamaa akka jiru himameera.

👍270😢204😭98❤72👏23🤯15💯4🔥3😱1
Oduu Gaddaa
Barataan maqaan isa Dajanee Dabalaa Jedhamu barataa wagga 4ffaa Yuunivarsitii Walloo du’ee reeffi isaa argame.
Barataa Yuunivarsitii Walloo muummee Fayyaa Naannoo (environmental health)du’uun reeffi isaa argame. Akka hiriyooti isaa miidiyaa @Abdii_Sabaa tti humanitti May 15-2025 magaalaa Daseen deemaa maallaqa naaf liqeessaa jedhee hiriyoota isaa gaafate , hiriyoonni isaas maallaqa akka hin qabne ture kan itti himan. Sanbooda barataan kun halkan guyyichaa gara doormitti kan hin deebine yommuu ta’u , eessatti akka bades iyyafataa turan hiriyoonni.
Ganama May 15-2025 tti hiriyoonni Dajanee isa barbaachaaf kaatan. Osoo barbaadaa jiranii reeffa isaa Boolla Qilee keessatti ciisee argan.
Haala mucaan kun itti du’e ykn ajjeefame nuuf gaaffidha kan jedhan hiriyoonni Dajanee dhugaan hiriyaa isaanii akka ba’ee qoratamus gaafataniiru.
Reeffi barataa kanaa yeroo ammaa gara magaalaa Finfinneetti ergamee jira.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa lubbuun darbuu barataa kanaaf gadda guddaa itti dhag’ame ibsaa, odeeffannoo dhimma kanaan walqabachuun argannu qulqulleessuun kan isiniin geenyu ta’a.
Maatii Firoottaniifi hiriyoota isaa maraaf jajjabina hawwina.

😭983👍389❤169😢54🤯24😱18🔥13❤🔥12💔11🥰5👏4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ODUU:
Mul'isa Diroonii guddaa Ardii Afrikaa Finfinneetti geggeeffame.
Magaalaa Finfinneetti qaama Agarsiisa Teeknooloojii Ityoophiyaa 2025 kan ta'e muul'ifni Diroonii gaggeeffameera.
Dirooniwwan kumni 1 fi 500 Samiitti ol ba'uun sadarkaa guddina dameen Teeknooloojii Itiyoophiyaa irra gahe mul'isaniiru.
Muul'ifni Diroonii galgala kana gaggeeffame kun agarsiisa guddaa Ardii Afrikaa jalqabaati jedhame.
Agarsiisicha Bulchiinsa nageenya odeeffannoo biyyaalessaa fi Inistiityuutiin Hubannoo namtolchee Itiyoophiyaa waloon qopheessituu ibsame.
Agarsiisichi Nageenya Saayibarii, Hubannoo namtolchee, Faayin Teech, Ismaart Siitii fi barnoota Teeknooloojii bu'uura kan godhate dameewwan 5 kan hammate ta'uun eerameera.
Agarsiisa hanga Caamsaa 10, 2017tti turu kana daawwattoonni kumni 10 ol ni daawwatuun eegama.

👍522😁106❤84😭40🏆23🫡11👏9🔥3
ODUU:
Sa'attiin takka haal tokkotti jabbiiwwan 5 akka dhalte himame.
Aanaa Guraawaatti Sa'attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhalte.
Godina Harargee Bahaa Aanaa Guraawaatti Sa'attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhaluu ibsameera.
Saani kun kana duras yeroo tokkotti jabbiiwwan 3 dhaluu abbaan qabeenyaa Sa'attii obbo Aadam Ahimad ibsaniiru.
Taateen akkanaa loon maalaa irratti darbee darbee kan uumamu ta'uu Waajjira Qonnaa Godina Harargee Bahaatti Itti Gaafatamaan Damee Eegumsa Fayyaa Beelladaa Dooktar Fayyisaa Alii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif himaniiruu.
Yeroo ammoo jabboota dhalatan keessaa 3 haala gaarirratti kan argaman yoo ta'u, lama ammoo du'uu eeraniiru

👍830❤175👏52😱52😁51😨33🤯24🥰20🫡15🤬13🆒9
ODUU:
Balaa tiraafikaa Magaalaa Gilgal Balasitti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 12 darbe.
Godina Matakkal Magaalaa Gilgal Balasitti balaa tiraafikaa mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 12 darabuu fi manca’iinsi qabeenyaa qaqqabuu isaa Waajjirri Poolisii Magaalichaa beeksise.
Balaan tiraafikaa kun kan mudate har'a ganama sa'aatii 3:15 irratti ta’uu hogganaan Kutaa Poolisii Magaalaa Gilgal Balas Komaandar Taayyee Gurmeessaa ibsaniiru.
Komaandarichi akka jedhanitti, balichi kan mudate konkoolaataan ‘Loader’ jedhamuun beekkamu ‘Skaavatara’ fe'ee otuu deemuu furguggisaa to’achuu dadhabuu isaatiin mana nyaataa, suuqiiwwanii fi baajaajiiwwan isa fuuldura jiran irra bahuu isaatiini.
Sababuma kanaan namoonni lakkoofsi isaanii hin beekkamne kan du’anii fi miidhamni qaamaa kan irra gahe yoo ta’u, hanga ammaatti reeffi namoota 12 hawaasa naannichaa fi humnoota nageenyaatiin argameera jedhaniiru.

👍183😭140😢77❤48💔26🔥3
Qarshii 10,000 Injifadhaa!
Asbeks badhaasa garaa garaa kennuun hojjettoota isaa jajjabeessa. Amma immoo, nama marsaa kana tokkoffaa ta’eef qarshii 10,000 ulaagaa tokko malee badhaasa!
Marsaan kun adda – ulaagaa tokko malee, namni 1ffaa ba’e ni injifata. Namoonni Sadarkaa 2 haga 50ffaa akkuma duraatti qarshii isaanii baafachuu danda’u. Ammallee eegallaan carraan injifachuu keessanii ballaadha!
Viidiyoo Ergaa injifattoota marsaawwan darbanii! 🫴
🔵 https://www.tgoop.com/ABDII_SABAA/18032
🔵 https://www.tgoop.com/ABDII_SABAA/18160
Injifachuuf 1ffaa ta’uu qofa gaafata!
Eegalaa – Asbeks kuufachaa Qarshii 10,000 mo’adhaa!
Eegaluuf @asbeksplatform hordofaa!
Akkaataa itti eegalan
@asbeksplatform seenuun maxxansa jalaa hidha Start Now jedhu cuqaasuun Asbeks eegaltu. Akka Asbeks keessan isiniif banee bakka “Earn Asbeks” jedhu tuqxu sanbooda wanta isiniif dhufu cuqaastu! Sanbooda Asbeks keessanitti deebitu.
Bifa kanaan erga Asbeks walitti qabattanii Claim ka jedhu tuquun Asbeks kuufattan galmeeffattu.
Sadarkaan keessan hamma Asbeks qabdaniin osoo hin taane amma isin “Earn Asbeks” click gootaniin “Reward Clicks” keessaniin isiniif kaawwama!
CARRAA GAARII!
#Asbeks Waliin Fuulduratti!

👍309❤106😁37🥰17🤯12🔥8👏8😱8🫡8😍2