tgoop.com/BBC_Afaan_Oromoo/19805
Create:
Last Update:
Last Update:
Namni gaa’ela qabuufi abbaa ijoollee ta’e maqaan isaa Baaltazaar Ebaang jedhamu kun ministeera maallaqaa Ikkuwaatooriyaa Giinii keessatti aanga’aa olaanaa kan ture yoo ta’u, waajira keessatti dubartoota garagaraa hedduu waliin osoo saal-qunnamtii raawwatuu viidiyoowwan agarsiisan miidiyaa hawaasaarratti gadhiifamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xtwSUoO
BY BBC Afaan Oromoo Official
Share with your friend now:
tgoop.com/BBC_Afaan_Oromoo/19805