tgoop.com/Islamic_2be/32
Last Update:
As wr wb
Akkam nagaa jirtuu?
Mirqaanaa jabaattaa?
Tokko tokko jira
Kan diinii hin hubanne
Salaatuma kana
Qalbii time hin hidhanne
Rabbiin dubbateera
Waaninni siif ta'u
Qur'aana dubbisi
Waaninni haasa'u
๐. ๐. ๐
ุฅู ุงูุตูุงุฉ ุชููู ุนู ุงููุญุดุงุก ูุงูู
ููุฑ
Kana jechuun dhagahi
Ani siifan ibsaa
Ati osoo salaattuu
Hin seentu badii keessatti
Osoo ittin seennee
Irraa si fageessa
Nama osoon beekin
diqqa keessa seennee
Falasaa kaa'eefi
akkanni hin salphanne
Namicha tokkotu
Tamirii gurguraa
Intaloon bareedduun
Tokko seente irra
Yaruma isii arguu
Baay'eesii jaallatamtuu
Isii kophaadhuma
Waamee itti dubbateera
Tamirii gaarii jiraa
Kunooti akka feetee
Ol seenii filadhu
Ati na marartee
Yeroosiin fudhachuuf
Manatti ol seentee
Ofitti isii qabee
Takka dhudhungatee
Inni isii gadi dhiifnaan
yeroosiin adeemtu
Namichi hin turree
Yeroo of yaadatu
Edaa yaa lubbuukoo
Ani kasaareeraa aakiraa
Fuula rabbii arguuttii dhabeeraa
Jedhee of yaadatee
Gara nabii dhaqee
Ani lubbuu kankoon
Wonjalatti naqee
Yoonan maal hojjadhen
Boru najaa baha
Furmaannin jirre
Kan hahannamaan ta'a
Jennaan rabbiin guddaan
Qur'aanasaa buusee
Garbicha isaa sana
Haara galfachiise
๐. ๐. ๐. ๐ ๐
ุฏู
ุงูุตูุงุฉ
BY Islamic Tube
Share with your friend now:
tgoop.com/Islamic_2be/32