Telegram Web
Tuffiin balbala dhiifamaa akka deebi'ee banamuu hin dandeenyeetti cufa.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
29🥰1
Nama tokko hamma isaaf malu caalaa yoo jaallatte. Haga siif malu caalaa deebisee si miidha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
31
Yeroo tokko tokko AMALLI isaanii deebii keeti.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
32👍6🥰1
Hammam gaarii taatus bakka hin taane yoo jiraatte , gatii hin qabdu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
38🥰2👏1
Yeroo tokko tokko boo'uu qabna, Onneen keenya akka hin liqimfamneef.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
25👍5🥰1
Waan sodaattu hojjedhu sodaan kee ni du'a.

—Ralph Waldo Emerson
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
22👍5🥰1
Yeroo hunda waan dhabde osoo hin taane waan qabdu ilaali.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
23👍8🥰1
Tumuuf Hanga sibiilli ho’utti hin eegin, Tumii ho’isi malee.

—William Butler Yeats
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
22👍7🥰1
Maxxansa ykn Post harra gochaa turre siif akkam ture yoo ka isinitti toluu REACT 👍 akkasumas yaada keessan COMMENT💬💬 nuuf godhaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
48👍30👏6🥰1
Halkan Gaarii isiniif haa ta'u..... Yeroo garii qabaadhaa.... 👋👋👋
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
29👍11👏4
Gatii kee gonkumaa hin shakkin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
12🥰2
Namuu si hin hubatu. Adda ta'uu kee namni hundi hin dinqisiifatu. Yeroo tokko tokko humni kee inni dhugaan namoota sodaachisa, sababiin isaas ofii isaaniitiif dhugaa fi amanamaa akka ta’an isaan qormaata.

Guddina akkasii kanaaf namni hundi qophaa'aa miti. Guddina kee fudhachuuf rakkina nama biraatiif of hin komatin. Namoonni tokko tokko daawwitii keessa illee ilaaluu fi of dura dhaabbachuu isaanii dura wal loluu, wal falmuu fi rakkoo uumuu filatu.

Kun bakka gatii fi sadarkaan raafama kee nama qunnamu hundaan akka walsimuuf kan yaadame akka hin taane hubachuu qabdudha. Namoonni tokko tokko barnootaa fi barumsa qofa isin barsiisaa jiru. Namoonni tokko tokko kana caalaa akka siif malu fi gatii baay’ee kana caalu akka qabdu sitti agarsiisuuf si yaadachiisa jiru.

Akka dhuunfaatti hin fudhatinaa. Salphaatti gadi dhiisi, nagaa keessoo kee irratti xiyyeeffadhu ❤️

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍189
"Jechoonni nuti itti fayyadamnu ILAALCHA DHUGAA KEENYA bocu."

- Toni Curl
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
21👍5
Milkaa’inni kan argamu dadhabina keenya dhabamsiisuudhaan osoo hin taane cimina keenya guddisuudhaani.

-Marilyn vos Savant
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
22🥰4
Yeroo baay’ee ilaalchi furtuu gammachuuti.

- Jack
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
12
Of tuffachuu dhiisi. Dhaabbii kee sirreessi. Rifeensa muradhu. Gogaa kee kunuunsi. Bishaan dhugi. Nyaata humna siif kennu nyaadhu. Jabaa ta'i. Cimaa fakkaachuu dhiisi. Yeroo gaarii fakkaattu Miirri gaariin sitti dhagahama. Yeroo miira gaarii sitti dhaga'amu. Gaarii hojjetta. Carraaqqii godhi. Of irratti invast godhi.

Humna keessaniif gaarii dha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
32🔥5
Jilbiiffattee jiraachuurra dhaabbattee du'uu wayya.

—Che Guevara
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
20👍3🥰3
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf

https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU

Link olii Join godhaa ❤️❤️
Halkan Gaarii isiniif haa ta'u ISIN JAALANNA... ⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️

🎚🎚🎚🎚🎚🎚🎚🎚
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
31🥰4🔥3
2025/07/13 02:56:21
Back to Top
HTML Embed Code: