Halkan Gaarii isiniif haa ta'u.... BYE BYE
β€22π6π₯°1
Carraan yeroo hunda jajjaboo ni fayyada, nama of hin gargaarre gonkumaa hin gargaaru.
βFul. T. Barnum
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βFul. T. Barnum
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€20π2π₯°1π―1
Forwarded from Haqa Ajaa'ibaa
Kana beektuu: Guyyaan har'aa jechuunis July 6 βGuyyaa Dhungannaa Idil-addunyaaβ π dha.
July 6 is βInternational Kissing Dayβ π
July 6 is βInternational Kissing Dayβ π
β€25π2
Yoo jireenyi sitti dimimmiste,
Xiyyeeffannoo kee sirreessi.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
Xiyyeeffannoo kee sirreessi.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€14π₯°2
Muka ta'uu yoo dadhabde marga ta'i. Yoo daandii guddaa ta'uu hin dandeenye, karaa qofa ta'i. Yoo aduu ta'uu dadhabde urjii ta'i. Sababni isaas guddinaan miti kan ati injifattu ykn kan kuftu. Waan taate hunda isa hunda irra caalu ta'i.
βMartin Luther King Jr
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βMartin Luther King Jr
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€18π₯°3π2
Sadarkaa xiqqeenya keetiitti, Waan hedduu baratta.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€19π2π₯°1π1
Kan darbe dagadhu, garuu waan si Barsiise yaadadhu.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π16β€11β‘2π₯1π₯°1
Yeroon jireenya keessatti wanta dhuguma barbaachisaa taΚΌe karaa itti nutti argisiisu qaba.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€20π₯°4π2
Yeroo tokko tokko.. waan sirrii ta'e baruuf dogoggoruu qabda .
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€16π7π4π₯°1
Waan qabdutti gammadi.
Waan barbaadde dinqisiifadhu.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
Waan barbaadde dinqisiifadhu.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π20β€7
Yeroon dukkanaaΚΌaan illee buΚΌaa ifa taΚΌe argamsiisuu akka dandaΚΌu yaadadhu. Har'a carraa kalaquu, mo'achuu fi ibsuu qabda. Murtannoon kee barii haaraatti si geessuu dandaβa. Injifannoo mataa keessaniif carraaquu itti fufaa!
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€26π₯°6
Kanneen dhugaa yeroo hamaa keessa si waliin turu.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€24π4π₯2π₯°1
Nama tokkotti aarii isaa irratti murteessuu kee dura. Dhukkubbii isaanii isaan gaafadhu.!!
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaβ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π18β€12π₯°1