SH_ABDUSSALAAM_XAAHIR Telegram 60
Gaafilee hanga ammaa gaafatamaniif Deebiin akka armaan gadiitti isiniif dhihaata :

1ffaa:Dhiirri tokko shamarree takka jaalatee Nikaahaan dura dhimma jaalala isaan gidduu jiru wajjiin haasahuun danda'amaa___?
#Deebii
Gurbaan tokko fuudhuu yoo barbaade, karaa isheen quba hin qabneen laallatee yoo naaf taatii mirkaneeffate maatitti nama ergatee, karaa kanaan kadhata malee uf lamaanii waliif galuun waan shari'aa irraa fagaate. @Sh/Abdussalaam_Xaahir
2ffaa ;  Dubartiin takka abbaa manaasiitiin yoo waldhabde nikaaha ofirraa buusuu dandeetti /hin dandeettu, yeroo akkamii dandeetti?
#Deebii :
Dubartiin takka abbaa warraan yoo waldhabde, yoo wajjiin jiraachuun goonkumaa kan hin danda'amne taate ;
1) yoo maddi jibbaa kan ishee ta’e, mahrii ufiitiin kul'ii/ykn uf xalaaqqsifti.
(Mahrii abbaa waraatiif kennitee na xalaaqi jettiin ).
2) Yoo rakkinni gama lacheenuu jiraaate, mahrii ishee kenneefii ufirraa xalaaqa abbaan warraa.
3) Yoo inni xalaaquu didee dhiibbaa irratti godhe immoo , Qaadii shari'aa bira deemtee ufirraa buusuu dandeessi ykn Uf xalaaqxi(Faskii uf gooti).
Sheeka keenyaan Galatoomaa jennaan 🙏🙏
Share godhaa👇
https://www.tgoop.com/tafak_or

https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir

tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir/60
Create:
Last Update:

BY Sh/Abdussalaam Xaahir

Share with your friend now:
tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir/60

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

A Hong Kong protester with a petrol bomb. File photo: Dylan Hollingsworth/HKFP. But a Telegram statement also said: "Any requests related to political censorship or limiting human rights such as the rights to free speech or assembly are not and will not be considered." How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) A vandalised bank during the 2019 protest. File photo: May James/HKFP. Ng, who had pleaded not guilty to all charges, had been detained for more than 20 months. His channel was said to have contained around 120 messages and photos that incited others to vandalise pro-government shops and commit criminal damage targeting police stations.
from us

Telegram Sh/Abdussalaam Xaahir
FROM American