Notice: file_put_contents(): Write of 10616 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Abdisa Bancha Jara@abdisabancha P.1965
ABDISABANCHA Telegram 1965
Korpoorashiiniin Interneeta Idil Addunyaa Yaa'ii waliigalaarratti- Afaan Oromoo filannoof dhiyeesseera💪

Korpoorashiiniin Interneeta Idil Addunyaa Afaanota gurguddoo 8 kan hojjatu yoo tahu, Yaa'ii waliigalaa bara kana Istaanbuulitti qopheesse irratti #Afaanota hirmaattota hedduu qabaachuu danda'an, Afaanota gurguddoo filaman, #AfaanOromoo dabalatee Yaa'ichi waliigalaa irratti Afaanotni carraa hiikkaa barreeffamaan ykn sagaleen akka dabalamu barbaadan ummanni unkaa kana akka guutu gaafachaa jiru.... Kun Afaan keenyaaf carraa guddaa waan taheef, Unkaa kana guutnee hirmaattotni Afaan Oromoo baay'een yaa'ii waliigalaa kana kallattiin ykn toora-inteneetaa(online) akka hordofan agarsiisuu qabna.

Iddoo Afaan barbaaddan jedhu hundatti #Oromo filadhaa..👇

https://www.surveymonkey.com/r/SZ9H5T2

tgoop.com/abdisabancha/1965
Create:
Last Update:

BY Abdisa Bancha Jara

Share with your friend now:
tgoop.com/abdisabancha/1965

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram channels fall into two types: The imprisonment came as Telegram said it was "surprised" by claims that privacy commissioner Ada Chung Lai-ling is seeking to block the messaging app due to doxxing content targeting police and politicians. In handing down the sentence yesterday, deputy judge Peter Hui Shiu-keung of the district court said that even if Ng did not post the messages, he cannot shirk responsibility as the owner and administrator of such a big group for allowing these messages that incite illegal behaviors to exist. It’s yet another bloodbath on Satoshi Street. As of press time, Bitcoin (BTC) and the broader cryptocurrency market have corrected another 10 percent amid a massive sell-off. Ethereum (EHT) is down a staggering 15 percent moving close to $1,000, down more than 42 percent on the weekly chart.
from us

Telegram Abdisa Bancha Jara
FROM American