BAACOOWWAN Telegram 19441
#Kana_dhageessanii?

Yeroo tokko gaazexeessaan tokko waa'ee muuxannoo dhuunfaa ishee #Helen Keller interview gochaa ture.
gaaffii kana barullee irratti barreessuudhaan akka dubbiftu gochuun ishee gaafate....

   "Jaamaa ta'uu caalaa maaltu hamaa ta'e Miis Keeylor? yeroo muraasaaf tasgabbooftee erga yaaddee booda deebii addunyaa raasu kennite.

   "Eeyyee, jaamaa ta'uu caalaa wanti hamaan mul'ata malee ta'uudha" jettee deebisteef.
  
   Helen Keller umrii ji'a 18tti mul'ata, dhageettii fi dubbii ishee dhabdus, namoota ijaan argan naannoo ishee jiran caalaa mul'ata gaarii fi ija fagoo qabdi turte.  Kitaabonni ishee kanaaf ragaa gahaadha, Helen Keillor 'maaliif akkas na goote' jettee Waaqayyoon komachuu dhiistee dubartii garaa ishee keessatti mul'ata qabdu waan taateef gammachuu fi quufadhaan jiraachaa turte.

@baacoowwan

tgoop.com/baacoowwan/19441
Create:
Last Update:

BY HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

Share with your friend now:
tgoop.com/baacoowwan/19441

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

1What is Telegram Channels? You can invite up to 200 people from your contacts to join your channel as the next step. Select the users you want to add and click “Invite.” You can skip this step altogether. Add the logo from your device. Adjust the visible area of your image. Congratulations! Now your Telegram channel has a face Click “Save”.! Some Telegram Channels content management tips Content is editable within two days of publishing
from us

Telegram HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
FROM American