BAACOOWWAN Telegram 19443
๐Ÿฆพ QUBA QABDUU LAATA?
~~~~
โœ1 Hangi ija keenyaa erga dhalannee kaasee sirumaa hin dabalu.
โœ2 Qeensi quba keenyaa inni gidduu warra kaan dursee
guddata.
โœ3 Namni harka isaatiin of hudhee of ajjeesuu gonkumaa hin danda'u.
โœ4 Sammuun namaa guyyaarra halkan si'aaya.
โœ5 Miilli namaa xannacha dafqaa 500,000 qaba.
โœ6 Namni kamuu ija cimaa tokkoo fi ija dadhabaa tokko
qaba.
โœ7 Gaafa garmalee nyaatan gurri badaa hin dhagahu.
โœ8 Daa'imni gaafa dhalattu halluu gurraachaa fi adii qofa
agarti.
โœ9 Tishuu cimaan qaama namaa arrabadha.
โœ10 Hojjaan keenya inni ganamaa isa galgalaarra centimetira tokkoo(1cm)n caala.
โœ11 Dhahannaan onnee shamarranii kan dhiiraa ni caala.
โœ12 Garaachi dhiiraa kan shamarranii caalaa cooma bulleessa.
โœ13 Arrabni keessan yoo goge dhamdhama kamuu adda
hin baafatu.(ammuma yaalaa)
โœ14 Dhiirri giddu galeessaan dhiiga liitira 6.8 qaba.shamarri
immoo liitira 5 qabdi.
โœ15 Seeliin guddaan qaama namaa hanqaaquu shamarranii yoo ta'u seeliin xinnoon immoo isparmii dhiiraa dha.
โœ16. Umuriin rifeensa namaa waggaa 3-7 hin caalu.
โœ17 Qeensi harkaa kan miilaa caalaa dafee guddata.
โœ18 Waggaa 60tti namni dandeettii waa dhamdhamuu isaa harka walakkaatiin dhaba.
โœ19 Lafeen namaa waggaa kudhan kudhaniin of haaressa.
โœ20 Daqiiqaa 1tti seelota miiliyona 3tu du'a.

Galatoomaa
SHARE gochuu hin dagatiinaa.

#join_us

@baacoowwan

tgoop.com/baacoowwan/19443
Create:
Last Update:

BY HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

Share with your friend now:
tgoop.com/baacoowwan/19443

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

The optimal dimension of the avatar on Telegram is 512px by 512px, and itโ€™s recommended to use PNG format to deliver an unpixelated avatar. Step-by-step tutorial on desktop: Invite up to 200 users from your contacts to join your channel While the character limit is 255, try to fit into 200 characters. This way, users will be able to take in your text fast and efficiently. Reveal the essence of your channel and provide contact information. For example, you can add a bot name, link to your pricing plans, etc. How to create a business channel on Telegram? (Tutorial)
from us

Telegram HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
FROM American