BATUMEDIA Telegram 368
Dhiittaa mirgootaan walqabatee dhiibbaan qindoome Chaayinaa muudataa jira.
Dhiittaa miirgootaa Chaayinaan naannoo Uyiguur fi Bulchiinsa Hoongkoong taasistuun Wal qabatee yeroo gara yerootti dhaabbileen mirga namoomaa fi biyyoonni dhihaa ibsa baasaa turuun ni yaadatama.
Guyyoota muraasa duras Gamtaan Awurooppaa Chaayinaa irratti qoqqobbii buusee ture.
Akka gabaasni miidiyaa Jaappaan NHK WORLD mul'isutti sababa dhiittaa miirgootaan Wal qabatee US Ameerikaa, Gamtaan Awurooppaa, Kanaadaa fi Biriiteen irraa dhiibbaan qindoome Chaayinaa muudataa jiraachuu ibsa.
Akka diploomaatiin Jaappaan duraanii tokko jedhutti biyyi takka kophaatti qoqqobbii Chaayinaa irratti buustu dhiibbaa guddaa uumuu dhabuu danda'a jechuun dhiibbaan bifa qindoomina qabuun taasifamu dhiibbaa uumuu danda'aa jechuun dubbatu.
Ministeerri haajaa Alaa Chaayinaa Waang Yii qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa Chaayinaa irratti dabarse biyyi isaanii akka hin fudhanne ibsanii turan.

tgoop.com/batumedia/368
Create:
Last Update:

BY Batu Media

Share with your friend now:
tgoop.com/batumedia/368

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) The administrator of a telegram group, "Suck Channel," was sentenced to six years and six months in prison for seven counts of incitement yesterday. Members can post their voice notes of themselves screaming. Interestingly, the group doesn’t allow to post anything else which might lead to an instant ban. As of now, there are more than 330 members in the group. You can invite up to 200 people from your contacts to join your channel as the next step. Select the users you want to add and click “Invite.” You can skip this step altogether.
from us

Telegram Batu Media
FROM American