tgoop.com/gospelforgeneration/1082
Create:
Last Update:
Last Update:
Iz. 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²² Nuyi mootichaan, "Irreen gargaarsa Waaqayyo keenyaa warra wanta gaariidhaaf isa barbaaddatan hundumaa wajjin jira; humni dheekkamsa isaa garuu warra dugda isatti gatan irratti in ta'a" jennee dubbannee waan turreef, karaa irratti diinota keenya akka nu irraa eeganiif loltootaa fi abboota fardeenii mooticha kadhachuu nan yeella'e.
²³ Kanaaf nuyi soomnee waa'ee kanaaf Waaqayyo keenya in kadhanne; innis nuuf in kadhatame.
ዕዝራ 8:22-23
22 “መልካሚቱ የአምላካችን እጅ በሚፈልጉት ሁሉ ላይ ናት፤ እርሱን በሚተዉ ሁሉ ላይ ግን ቍጣው ትወርድባቸዋለች” ብለን ለንጉሡ ነግረነው ስለ ነበር፣ በመንገድ ላይ ከጠላት የሚጠብቁን ወታደሮችንና ፈረሰኞችን እንዲሰጠን ንጉሡን ለመጠየቅ ዐፍሬ ነበር።
23 ስለዚህ ጾምን፤ ወደ አምላካችንም ስለዚህ ነገር ልመና አቀረብን፤ እርሱም ጸሎታችንን ሰማ።
BY Gospel for Generation👨👩👧👨👩👧👦
Share with your friend now:
tgoop.com/gospelforgeneration/1082