tgoop.com/gospelforgeneration/1090
Create:
Last Update:
Last Update:
Fak. 22
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁹ Sababii buddeena isaa irraa isa dhabaadhaan ga'uuf, namni arjaan eebbifamaa in ta'a.
¹⁰ Qoccolloon akka hafutti, nama ga'isaa ofittii fageessi! Yommus lollii fi salphinni in dhaabata.
¹¹ Namni yaadni garaa isaatii akka qullaa'u jaallatu, haasaan isaas gurra namaatti kan tolu, fira mootii in ta'a.
¹² Iji Waaqayyoo beekumsa in eega, dubbii warra hin amanamnee garuu gara in galcha.
BY Gospel for Generation👨👩👧👨👩👧👦
Share with your friend now:
tgoop.com/gospelforgeneration/1090