JOINGALAAJIREENYAA Telegram 107
๐Ÿ—ฃ Forforii Rifeensaa (Dandruff)

โœ KA'UMSA

๐Ÿ‘‰ Ka'umsi foriforii fangasii "Malassezia Furfur" jedhamuun akka nama qabu amanana.

๐Ÿ‘‰ Foroforiin dhukkuba gogaa kamiyyuu caalaa hawaasa keessatti argama.

๐Ÿ‘‰ Keessumatti ammoo umrii waggaa 14 haga 30 kan namoota rakkisudha.

โœ MALLATTOOLEE ISAA

๐Ÿ‘‰ Rifeensa mataa keessaa wanti akka daakuu harca'uu (keessattuu yoo harkaan haxaa'an ykn filtuu mataan filan).

๐Ÿ‘‰ Yoo xiqqoo sanarra jabaate ammoo garmalee hooksisuu fi waan akka qolaa harcaa'uu fa'i.

๐Ÿ‘Œ FURMAATA ISAA

1. Shaampoo qabiyyee farra fangasii of keessaa qabuun rifeensa ofii haga foriforiin badutti ittiin dhiqachuu.

2. Qorichoonni dabalataa akkuma cimina foriforii nama qabe sanaatti oggeessa fayyaan kennama.

3. Foriforiin takkaa erga rifeensa irraa badee booda namatti deebi'uunsaa hin hafu. Kanaaf erga namarraa badee boodas gidduu gidduutti ( fkf: torbanitti altakka) shaampoo farra fangasii of keessaa qabuun rifeensa dhiqachuun barbaachisaadha.

tgoop.com/joinGalaaJireenyaa/107
Create:
Last Update:

BY @GALAA JIREENYAA

Share with your friend now:
tgoop.com/joinGalaaJireenyaa/107

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Clear Step-by-step tutorial on desktop: How to Create a Private or Public Channel on Telegram? There have been several contributions to the group with members posting voice notes of screaming, yelling, groaning, and wailing in different rhythms and pitches. Calling out the โ€œdegenerateโ€ community or the crypto obsessives that engage in high-risk trading, Co-founder of NFT renting protocol Rentable World emiliano.eth shared this group on his Twitter. He wrote: โ€œhey degen, are you stressed? Just let it out all out. Voice only tg channel for screamingโ€. โ€œHey degen, are you stressed? Just let it all out,โ€ he wrote, along with a link to join the group.
from us

Telegram @GALAA JIREENYAA
FROM American