JOINGALAAJIREENYAA Telegram 146
-------------- KUTAA ARFAFFAA --------------

~ DANDEETTII GAGGEESSUMMAA GABBIFADHU!!! ~

Kutaa barnoota kanaa jalatti dandeettii "Osoo Namoota Irratti Dhiibbaa Humnaa Hin Godhin Yookiin Osoo Ofi Hin Komachiisin Akkaataa Yaada Namootaa Itti Jijjiiran" siif kennu goonfatta.

👉 Kanaaf, tokkoon tokkoon Qajeelfama Kutaa kana jalatti dhiyaatan sirriitti duuka buutee hordoofuun barbaachisaadha.

👉 Qajeelfamoota hordofte kanneenis qabatamaan jireenya kee keessatti shaakaltee gabbifachuun filannoo hin qabu.

👉 Akka nama jijjiiramaa taate sin beeka. Namni jijjiiramaa immoo waan sirrii hin taane karaa sirrii, yeroo sirriitti dandeettii furuu qaba.

👉 Atis barnoota kutaa kanaa irraa "Dandeettii ykn malawwan Salgan osoo hin mufachisiin namootni yaada isaanii akka jijjiiran gochuu itti dandeessu" si badhaasu duukaa buutee gonfadhuun dhaamsa keenya!

👌 Qajeelfamni 1ffaa'n "Dogoggora Sirreessuu Barbaadda Taanaan Tooftaa Itti Aanu Fayyadami" jedhu itti fufa..................!!!

🙏 Oolmaa Gaarii!!!

@joinGalaaJireenyaa
@joinGalaaJireenyaa
@joinGalaaJireenyaa

tgoop.com/joinGalaaJireenyaa/146
Create:
Last Update:

BY @GALAA JIREENYAA

Share with your friend now:
tgoop.com/joinGalaaJireenyaa/146

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Clear Judge Hui described Ng as inciting others to “commit a massacre” with three posts teaching people to make “toxic chlorine gas bombs,” target police stations, police quarters and the city’s metro stations. This offence was “rather serious,” the court said. Just at this time, Bitcoin and the broader crypto market have dropped to new 2022 lows. The Bitcoin price has tanked 10 percent dropping to $20,000. On the other hand, the altcoin space is witnessing even more brutal correction. Bitcoin has dropped nearly 60 percent year-to-date and more than 70 percent since its all-time high in November 2021. For crypto enthusiasts, there was the “gm” app, a self-described “meme app” which only allowed users to greet each other with “gm,” or “good morning,” a common acronym thrown around on Crypto Twitter and Discord. But the gm app was shut down back in September after a hacker reportedly gained access to user data. The court said the defendant had also incited people to commit public nuisance, with messages calling on them to take part in rallies and demonstrations including at Hong Kong International Airport, to block roads and to paralyse the public transportation system. Various forms of protest promoted on the messaging platform included general strikes, lunchtime protests and silent sit-ins.
from us

Telegram @GALAA JIREENYAA
FROM American