tgoop.com/kottuukolfi/32
Create:
Last Update:
Last Update:
Abbaadhafi mucaa waggaa 6 tu mana barumsaa deemani...
Isa booda abbaan mucaa barsiistuu isaatin mucaanko hamaadha qumaara baayyee jaallata yoo inni qabsiisi sin jedhe tole hin jedhin sinyaata... jedhee gorsaan..
Abbaan waaree boda mucaa fudhachuuf yommuu dhufu...
Mucaanko si rakkisee jedhee gaafata...?
Barsiistuun immoo lakki ani qabsiise mucaa ke nyaadheyu jettin...
Akkamiin jedha abbaan ilmaa?
Butaantan ati ka'atte jirtu diimaadha naan jedhe qarshii 25 qabsiise ...animmoo keelloon uffadheen ture... nan nyaadhen. jetti
Wayyooo nanyaachiste ganama yommuu mana bahu butaantaa barsiistu ko ilaaleen dhufa jedhee qarshii 100 qabsee deemem
Like ๐๐ share godhaa!
Joinโจ๏ธ@kottuukolfi
@kottuukolfi
@kottuukolfi
BY Kottuu kolfi๐๐๐
Share with your friend now:
tgoop.com/kottuukolfi/32