tgoop.com/kottuukolfi/37
Last Update:
seenaa dhagahamme hin bekne wayye Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed,
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu taโan, dhibbeentaan 10 hafe immoo hordoftoota amantii garagaraati. Haa tahuu malee Dargaggeessi qaroon Oromoo kun Maatii amantiidhaan walmakaa(Abbaadhaan Musliimaafi haadha Kiristaana) irraa dhalate
Haalli kun Dargaggeessi gameessi kun umrii dargaggummaasaatti....
guttumma isaa link armaan gadii irra dubbisa.
https://oromiatimes.com/seenaa-gabaabaa-xiinxalaa-siyaasaa-fi-hoogganaa-olaanaa-omn-obbo-jawar-mohammed/
BY Kottuu kolfi๐๐๐
Share with your friend now:
tgoop.com/kottuukolfi/37