ORO_MOTIVATE Telegram 821
Gammachuu kee haalota jireenya kee keessatti si quunnamu waliin wal hin qabsiisin! Gammaduuf rakkinni dhabamuun dirqama miti. osoo rakkoo keessa darbaa jirtuu kolfuu😂, rakkoo kana keessaa uuman kee akka si baasu amantee guyyaa sana gammachuudhan eeggachudha. yoo haalli mijaateef immaa hunduu nii gammada, ati garuu haali siif mijatus, mijachuu baatus, uumaa kee fi wantoota si cinaa jiran, akkasumas kennaa uumaa keetii(fayyummaa kee) ilaalun gammadi.

keessi kee yoo gammade, alli kees nii gammada, sana booda, ati yeroo gammaddu Addunyaan ati keessa jiraattus si waliin gammadddi. kun yeroo ummamu immoo wantii ulfaataa ta'ee fi wanxaxaa ta'ee sitti mul'atu hunduu, wanta gatii hin qabne, salphaa ta'ee sitti mul'achuu eegala. namoonni si tuffachaa turanillee madda gammachuu kee baruuf jecha kabajaan si dhaggeeffatu, si waliin haasa'uuf ykn yeroo si waliin dabarsuuf sirriitti si barbaadu. yeroo sana ati gaheen kee hojii uumaa keetii ajaa'ibsiifachuu qofa ta'a.
ilaa nama koo yoomiyyuu kan sin gatnee fi sin daganne uumaa kee akka qabdu beekun qoftuu Gammachuu dhuma hin qabneedha.

jaalatamtoota maatii
@oro_motivate
Oolmaa bareedduu
isiniif hawweera

tgoop.com/oro_motivate/821
Create:
Last Update:

BY Oro Motivate

Share with your friend now:
tgoop.com/oro_motivate/821

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

On June 7, Perekopsky met with Brazilian President Jair Bolsonaro, an avid user of the platform. According to the firm's VP, the main subject of the meeting was "freedom of expression." More>> 3How to create a Telegram channel? Activate up to 20 bots Unlimited number of subscribers per channel
from us

Telegram Oro Motivate
FROM American