tgoop.com/oro_motivate/828
Create:
Last Update:
Last Update:
Akkam jirtu jaalatamtoota maatii @oro_motivate
nageenyi isiniif haa baay'atu, gochaa sukkaneessaa uummata oromoo salaalee irratti dalagame baay'en keessan argitan jedheen yaada. gochaa sukkaneessaa gurraan dhagahuuf namatti ulfaatu, ijaan👀argine😭
arginee arginee, bara namni akka horiitti qalamu argine😭😭😭 kun dubbachuufuu namatti ulfaata.
meeqan keessantu beeka dachee tanarra yeroof qofa akka jiraannu?
michuuwwan koo tasumallee gammachuu dachee kanaatin dogoggortanii ibidda hin dhaamnen namsee/lubbuu teessan hin qubin.
jireenya du'a booda jiru hundi keessanu beektu.
ammas irra deebi'een isiniitti hima, wanti kamiyyuu nii darba, wanta darbuuf wanta hin dabarre ofitti hin fidinaa.
@oro_motivate
yeroo gaarii qabaadha
BY Oro Motivate
Share with your friend now:
tgoop.com/oro_motivate/828