ORO_MOTIVATE Telegram 833
Namoota gorsuu nii dandeenya, Rakkoo isaan quunnameef maal gochuu akka qaban nutu isaan caalaa beeka!
Rakkoon isa miti! ofiif akkamiinan beeka kan jedhuudha!

Hiriyaa kiyya tokkotu, ani hiriyoota koo jijjiirun qaba jedhee ka'e, osoo baay'ee hin turin akka hin dandeenye hubate, lakki kanan jijjiiruu qabu maatii kiyya jedhe, sanas akka hin dandeenye hubate. dhumarra garuu waa tokko hubate, innis dursa of jijjiiruu akka qabu bubate.

ilaa nama koo rakkoo namaa furuu itti deebita! mee dursa rakkoo kee furi! nama gorsuun dura mee of gorfadhu.

jaalatamtoota maatii
@oro_motivate
halkan eebbifamtuu
isiniif hawweera 🙏🏼

tgoop.com/oro_motivate/833
Create:
Last Update:

BY Oro Motivate

Share with your friend now:
tgoop.com/oro_motivate/833

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

During a meeting with the president of the Supreme Electoral Court (TSE) on June 6, Telegram's Vice President Ilya Perekopsky announced the initiatives. According to the executive, Brazil is the first country in the world where Telegram is introducing the features, which could be expanded to other countries facing threats to democracy through the dissemination of false content. Don’t publish new content at nighttime. Since not all users disable notifications for the night, you risk inadvertently disturbing them. 5Telegram Channel avatar size/dimensions Done! Now you’re the proud owner of a Telegram channel. The next step is to set up and customize your channel. Deputy District Judge Peter Hui sentenced computer technician Ng Man-ho on Thursday, a month after the 27-year-old, who ran a Telegram group called SUCK Channel, was found guilty of seven charges of conspiring to incite others to commit illegal acts during the 2019 extradition bill protests and subsequent months.
from us

Telegram Oro Motivate
FROM American