Notice: file_put_contents(): Write of 827 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 50

Warning: file_put_contents(): Only 8192 of 9019 bytes written, possibly out of free disk space in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Sammuu kee jijjiiri@oroquotes P.4968
OROQUOTES Telegram 4968
6.Eenyun akka Wal qunnamtu hin beytuti nama hundaafuu gaarii (gara laafaa) ta'i:-

Nama karaa deemurraa kaasee hanga aanaa(fira) keenya gahutti Namoonni Mataa keenyarratti gahee guddaa qabu, jiruu tee keessatti tuqaalen Ati kessee dabartu hundi dhumarratti Wal qabatanii sarara uumun isaanii hin hafu,
"kan tuffatan nama dhaala" Akkuma je'ame nama hin tuffatin.
Namoota haaluma tasaa kaminuu Wal qunnamtuuf wanta sirrii ta'e godhi.

7.Wantoota jijjiiruu hin dandeenye fudhadhu (qeebali):-

Namoonni hedduun dhippina keessa kan galaniif Waan jijjiiru hin dandeenye jijjiirudhaf Waan tattaafataniifi. Hanga fadhellee Wantoota jireenya keenya keessaa irra hedduu irratti angoo qabaannus wantoonni nuti jijjiiruu hin dandeenye ni jiru. Wantoota humna keeti ol ta'aniin of hin dhipisin
Wantoota humna keeti Olii Rabbii keetitti kennadhu.

8.Mataa keetif Aanaa(wadaj) Dhugaa ta'i:-

Hanga fedhellee Namoonni sirraa amantaa qabaatanis sin dhaadatanis ati Mataa keetirraa amantaa yoo dhabde jireenyi kee Homaa gatii hin qabu.
Jaalala namootati ol Jaalala Mataa keetitu murteessadha.
Kan nama ajaa'ibu..namoonninu kan si fadhuu danda'an yoo Ati dura if fadhuu dandessedha. Mataa kee sirriiti kunuunsi, Yeroo balleesite dhiifama ofiif godhi, Yeroo dadhabde of jajjabeessi, Yeroo galma geesse (milkoofte) ofiin booni. Sirra kan sitti dhiyaatu eenyutu jiraati?

9.Gaarii yaadi gaarii dubbadhu:-

Jalqabarratti namni bu'aa yaada isaa akka ta'e amani. Jiruun amma jiraannu tun bu'aa yaada fi ilaalcha kenyaati. Kana yoo Beyte yaadota kee of eggannoodhan qo'adhu.
Yaadota gammadaa ta'uuf filatame qabaachuu qabda.

10.Maalif akka jiraattu beeki:-

Jiruu jechuun Yeroo itti gaafatamummaa siif kenname itti Fixuuf sif kennamteedha. Itti gaafatamummaan ke Maali? Jiruu tetin wanni ati Godhuu Feetu Maali?
Deebisaa yoo beyte ilaalchi ati Jiruuf qabdu ni jijjiirama.
   
   Dr mehret Debebe
Kan hiike Sherif Nesru ( @ilmanesruu )
👍👍👍
@oroquotes

tgoop.com/oroquotes/4968
Create:
Last Update:

BY Sammuu kee jijjiiri

Share with your friend now:
tgoop.com/oroquotes/4968

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

The court said the defendant had also incited people to commit public nuisance, with messages calling on them to take part in rallies and demonstrations including at Hong Kong International Airport, to block roads and to paralyse the public transportation system. Various forms of protest promoted on the messaging platform included general strikes, lunchtime protests and silent sit-ins. Image: Telegram. Some Telegram Channels content management tips To edit your name or bio, click the Menu icon and select “Manage Channel.” "Doxxing content is forbidden on Telegram and our moderators routinely remove such content from around the world," said a spokesman for the messaging app, Remi Vaughn.
from us

Telegram Sammuu kee jijjiiri
FROM American