tgoop.com/sooliyaanaa/4
Last Update:
maqaa abbaa kan ilmaa kan hafuura qulqulluu waaqa tokko
Dubbii amantaa
Kaayyoo barnoota dubbii amantaa
👉 namni waaqa waaqeffatuu fi tajaajilu akka beekuuf yoha 3፥11
👉kan beekus akka jaallatuuf. Maat 22፥37
👉kan jaallatus akka tajaajiluuf
➡ Amantaa
Amantaan maali?
Yeroo baayee jechootni
Amataa fi
Amantii jedhan akka tokkootti yookaan akka adda addaatti yoo hiikamanii fi ibsaman ni muul
ata
❖Wal fakkeenyiifi garaagarummaa jechoota lamaanii
☩ Amantaa; dhaabbata balaa seeraafi sirna qabu kan waliinii kan ta
e yaa baay
atus yaa xiqqaatus of jalatti hordoftoota kan qabu jechuudha.
uura kan godhattee doogimaa fi qannoonaa mataa ishee kan qabdu qulqulleettii kan taate amantaa keenya Ortodoksii Tawaahiddoodha. yihuu 1፥20
➡ amantaan nuti hodofnu kan waliinii akkasumas araara kiristoosifi jireenya bara baraa kan barsiistu dha. isheenis kitaaba qulqulluu bu
Qulquulluun phaawlos galaa 6፥10 irratti namootni amantaa waliinii keessa jirru hundi maatiiwwaan amantaa ta'uu keenya ibsee jira
een gaaddisa amantaa tokko jala osoo jiranii sadarkaa amantii gara graa qabu.angoo fi kabaja adda addaas qabu.
➡ Amantii ; yaada kan tokkoon tokkoon keenyaa jechuunis amantaa tokko jala kan jirru dhimma amanuufi amanamuuti.
☩ namootni baay
☩ kabajniifi aangoon kunis kan murtaa'u hammamtaafi qixa amantii isaaniitini. 1qoro 15፥41
ata (ni laafa). Luqa 17፥5 '' amantii nuuf dabali "
☩Amantiin nama tokkoo ni cimas (ni dabalas) akkasumas ni hir
Mar 9፥24 " nan amana amanuu dhiisuu koo gargaari. "
👉 hiika jechoota lamaanii galmee jechootaatiin
➡Amantaa ; amanuu, amanamuu,amantii,abdii gonka tae,aadaa waaqeffannaa,yaada laphee gadi fagootiin kan hubatamu.
un hayyoonni mana kiristaanaa keenyaa baay
➡Amantii;amantaa, amanuu, amanamuu,amansiisaa, amanamummaa. jechuudhaan hiikaniiru
⏩ kana irraa kaeen isaanii garaagarimmaa akka hin qabnetti barsiisu.
uun Amantaa(Amantii) iddoo lamatti qoodanii ilaaluun ni danada
➡ kanarra kaama
u dhagahuufi tuttuqanii qorachuun kan hin danda
☩ 1 Amanuu
☩ 2 Amanamuu
❖ Amanuu ; jechuun ⤵
Ijaan ilaalanii gurraan dhagahanii lapheen yaadanii waliigala qaamolee miiraatiinis taamne fageenya kan qabuufi hubachuufis gadi fagoo kan ta
'e :ni ta'a ni raawaatama jedhanii fudhachuufi waaqayyo jira ni jiraata hunda kan qabu hunda kan bituudha jedhanii lapheedhaan gadhi fageenyaan fudhachuufii yaaduu yaadicha beekuunis mirkaneeffachuu eeyyamuu jaalachuu ittiin boonuu abdii godhachuu jechuudha
isuu waaqeffachuu jilbiinfachuu bitamuu gibira dhiyeessuu jechuudha
❖ Amanamuu ; yaada laphee gadi fagootiin kan amanan afaaniin ragaa bahuu dubbachuu jaalataniifi eeyyamanii gammachuun qulqulleessuu galateeffachuu hojiin muul
Itti fufa
( Yaa`ii mooraa caamooo)
⏩👉 Share godha
BY ✟✞Yaa'ii mooraa caamoo ❖
Share with your friend now:
tgoop.com/sooliyaanaa/4