tgoop.com/tafak_or/6699
Create:
Last Update:
Last Update:
โโโ๏ทฝโโโ
๐Way Ajaa'ibaaa..............
โBoo eessaa qaraate ati #saalihtoonni hin dogongoranii?!
โWanni nama tahan marti isaatuu ni dgongora.
Eennullee Eeennullaa maa hin taane......habiibii kiyyaa fi kee kan rabbii isa eege san maleeโค๏ธโค๏ธโค๏ธ ุตูู ุงููููู ุนููู ูุณููู
๐Na hubadhu immoo๐ค
โNamoonni kan wal caalaniin dogongoruu dhabuudhaan osoon taane......dogongoranii tawbaa deebi'uudhaani.ok!
โBar jarri saalihni sunillee ni dogongoru garuu iimaana isaanii kan ma'asiyaan boccooytee ciccirte...#Tawbaan suphatu.
โ #Ibaadallaah.....
๐Tuubuu ilallaahi.
Yoo sitti tole.....๐น
Share๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
BY ๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ

Share with your friend now:
tgoop.com/tafak_or/6699