tgoop.com/zamanoota/1880
Last Update:
Wahee mansaa musaa KUTAA 2FFA fi isaa xumuraa gababinan đ
Amalaa mansaa musaraa Wanti nama ajaaâibsiisuu immoo namoota rakkatan kharaa inni irra demuu irrati yoo arge warqii sana kannaafii bira dabra ture. Maansaa muusaan sababni hajjii taasiseef akkuma beekkamuu seera amanti islamaa hordofuu qofa osoo hin taanee barnoota tokko tokkos warroota amantaa achi jiran irraa baratuufis ture. Namni kun amantaa islaamaa babaldhisuu keessattii shooraa guddaa taphaate jiraa
Inumaahuu wanti nama ajaâibu guyyaa jimaata jimaataa yeroo hundaa masgiida tokko tokko ijaaruun beekkama. Maansaa muusaan masgidotaa fi madarasah (bakka itti baratamu) hojjechuun beekkama. Keessattuu magaala timbuktuu fi gaaâoo keessattii. Akkasumas yuunivarsiitii (madarasah) saankooree bara isaa keessa ijaarame. Yuunivarsiitii amma warri adiin ittiin boonan kana jalqaba kan ijaarsise gurraacha kana taâuu isa hangam akka beekan hin beekuu ani. Akkasumas qabeenya doolara biiliyoona 400 qabaachuun addunyaa irrattii hanga harâa qabeenyaan tokkooffaa nama taâee dha. Garuu warroonni adiin âAugustus cesarâ qarshii doolaara â0.1 trilionâ qaba jedhamus hanga ammaattii ragaan hin jiru. Guyyaan ykn barri maansaa muusaan duâee hayyoota hedduu birattii falmisiisaa kan taâe yommuu taâuu garuu kan hayyoonnii baayyeen itti amanan bara 1337ttii akka taâee dha.
Join godhudhan nu hordofaa đ@qadee143
@qadee143
@qadee143
BY Zamano mix
Share with your friend now:
tgoop.com/zamanoota/1880