ZAMANOOTA Telegram 1890
Forwarded from ANSAR ONE TUBE (+61403367962 MAME JALALAA)
❀❀ Obboleysa kiyya / Obboleytii tiyya 🌹🌹

🌺 Ji'a Ramadaanaa Jalqabnee Allhamdulilah warra nagaahan xumuru nuhaagoodhuu Rabbiin
🌺Namni wajjiin jiru Cufti Walitti mufachuun isaanii Hafiinsa hin qabu !! Akka ummanni keenyaahuu Ja'u "Arrabaa fii Ilkee nuu walitti Gufatan" 🌿🌿🌿

🌺Ati humaa tokko natti Hin balleessine , garuu an Gama kiyyaan Akkanumatti Dhiifama siin Je'eetin jira !! Atis Waanin sitti balleesse cufa Dhiifama naaf godhi !! Jechoota fii gochoota garii Keessatti Yoon daanga sitti dabre Dhiifama Naaf godhi ☝☝☝ . πŸ‘‰Hammeenyaa fii miti Anuma harkaa Taateeti !! 🌹🌹🌹

🌺Obboleeyyan kiyya !! Ji'a Ramadaanaa kana Dhiifama waliif godhuun haa simannuu .... An nama muslimaa Kan natti Balleesse kanin beekuu fii kanin hin beyne Cufaafuu Dhiifama godheetin jira , Atis Akka rabbiin Dhiifama siif godhuuf jecha nama muslimaa Cufaafuu Dhiifama godhi !! πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯

🌺Rabbiif jecha Waanin si jaaladhuufin siif erge, Atis Ergaa tana nama jaalattu Cufaafuu ergi .... Anis Yoo rabbiif jecha na jaalatte Deebisii naaf ergi .. πŸ˜„πŸ˜„ ❀❀

SHARE waliif godhaa .... jzk

tgoop.com/zamanoota/1890
Create:
Last Update:

BY Zamano mix

Share with your friend now:
tgoop.com/zamanoota/1890

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Deputy District Judge Peter Hui sentenced computer technician Ng Man-ho on Thursday, a month after the 27-year-old, who ran a Telegram group called SUCK Channel, was found guilty of seven charges of conspiring to incite others to commit illegal acts during the 2019 extradition bill protests and subsequent months. Matt Hussey, editorial director of NEAR Protocol (and former editor-in-chief of Decrypt) responded to the news of the Telegram group with β€œ#meIRL.” It’s yet another bloodbath on Satoshi Street. As of press time, Bitcoin (BTC) and the broader cryptocurrency market have corrected another 10 percent amid a massive sell-off. Ethereum (EHT) is down a staggering 15 percent moving close to $1,000, down more than 42 percent on the weekly chart. Informative 3How to create a Telegram channel?
from us

Telegram Zamano mix
FROM American